Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa ergaa baga geessanii dabarse
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Yaa'iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa Ayyaanaa Qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.
Barreessaa Olaanaan Yaa’ii Dhaabbilee…
Dooktar Abiy Ahimad Maaddii qoodan
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hojjettoota Waajjira Ministira Muummee galii gadi aanaa argatanii fi Daa’immaan waajjirichi guddisaa jiruuf…
Obbo Bulchaa Dammaqsaan Du’aan Addunyaa kanarraa boqotan
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Hayyuu fi qabsaa'aa gameessi Obbo Bulchaa Dammaqsaan du’aan Addunyaa kanarraa boqotaniiru.
Hayyuu diinagdee kan ta'an Obbo Bulchaa Dammaqsaa erga bara…
Du’aan boqochuu Obbo Bulchaa Dammaqsaa hordofee Dooktar Abiy Ahimad gadda isaanitti…
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC)- Du’aan boqochuu Obbo Bulchaa Dammaqsaa hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Gadda Isaanitti dhaga’ame ibsan.
Dooktar Abiy ergaa gama…
Magaalichatti saaxilamummaa kirkira lafaan walqabatee koreen ogeeyyii hundaa’e
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti carraa saaxilamummaa kirkira lafaa gara fulduraa mudachuu malu hubannoo keessa galchuun qorannoo of eeggannoo duraa gaggeessuuf koreen…
Addaan ciccituu Humna Elektirikaaf xiyyeeffannoon akka kennamu Koreen dhaabbichaa hubachiise
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Damichi humna guutuun oomishuun addaan ciccituu Humna Elektirikaaf xiyyeeffannoon akka kennamu Koreen Dhaabbii Dhimmoota Indaastirii fi Albuudaa hubachiise.…
Rakkoolee kenniinsa tajaajilaa furuun Badhaadhina Itiyoophiyaaf murannoon ni hojjenna – Aadde…
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Rakkoolee kenniinsa tajaajilaa furuun Badhaadhina Itiyoophiyaaf murannoon ni hojjenna jedhan Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.…
Mootummaan Jijjiiramaa rakkoolee bu’uuraalee misoomaa jiran hiikuun dilbii naannawichaa gara…
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Mootummaan Jijjiiramaa rakkoolee bu'uuraalee misoomaa jiran hiikuun dilbii naannawichaa gara fayyadamummaatti jijjiiruuf xiyyeffannoo olaanaan socho'aa…
Obbo Awwaluu Abdiin Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ejereetti gurmaa’insa caasaa Ganda Dhaamottuu…
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Gurmaa’insi caasaa gandaa haaraa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ejeree Ganda Dhaamottuu…
Magaalaa Bahiirdaaritti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Magaalaa Bahiirdaar Ganda 16 naannawaa Gudoo Bahiir jedhamutti kaleessa galgala balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuu ibsameera.
Konkolaataan…