Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’ii Idileen hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaan milkiin xumurame – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) - Yaa'ii Idileen hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaan milkiin xumuramuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Itiyoophiyaan akka teessoo…
Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaan xumurame
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC)- Yaa'iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaan guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture xumurameera.
Yaa'icharratti Dureewwan biyyoota Afrikaa garaagaraa,…
Keessummoonni Yaa’ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaa waa’ee Itiyoophiyaa hubannoo gahaa…
Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa haala waliigalaa Yaa'ii idilee Gamtaa Afriikaa 38ffaa ilaalchisuun ibsa kenneera.
Keessummoonni Yaa'ii Idilee…
Jijjiiramni ummannii fi Mootummaan Itiyoophiyaa tokkummaan galmeessan ajaa’ibsiisadha –…
Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Milkaa'inni ummannii fi Mootummaan Itiyoophiyaa tokkummaan galmeessan ajaa'inbiisaa ta'uu Mootiin Isiwaatiinii Miswaatii Saalsaawiin ibsan.…
Mootiin Isiwaatiinii Masaraa biyyaalessaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Mootii Isiwaatiinii Miswaatii Saalisaawiinii Masaraa biyyaalessaa daawwachiisaniiru.
Mootichi…
Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itti aantuu Daayrektera Waliigalaa Dhaabbata Misooma Indaastirii…
Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan itti aantuu Daayrektera waliigalaa Damee Hariiroo Alaa fi Tumsa idil addunyaa…
Dooktar Abiy Daayrektera Olaantuu Dhaabbata Daldala Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Ministurri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Daayriktera Olaantuu Dhaabbata Daldala Addunyaa Dooktar Naagoizii Ookoonjoo waliin mari'atan.…
Yuunivarsiitiin Wallaggaa barattoota Muummee garagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 717 eebbisiise
Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) -Yuunivarsiitiin Wallaggaa barattoota Muummee garagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 717 har'a marsaa 19ffaaf eebbisiiseera.
Barattoota guyyaa har'aa…
Taatee tibbana Godina Jimmaa Aanaa Geeraatti raawwate ilaalchisee ibsa Biiroo Koominikeeshinii…
Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Taatee tibbana Godina Jimmaa Aanaa Geeraatti raawwatame ilaalchisee Biiroon Koominikeeshinii Oromiyaa ibsa kenneera.
Guraandhala 05/2017 Godina…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahammad waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahammad waliin mari'ataniiru.
Dhimmoota waloo biyyoota…