Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dorgommiin Bareedinaa Afrikaa marsaa 5ffaa gaggeefama jira
Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)-Dorgommiin Bareedina Afrikaa Marsaa 5ffaa Magaalaa Finfinnee Paarkii Michuummaatti gaggeefama jira.
Dorgommiin kun wagga waggadhan biyyoota Afrikaa…
Mariiwwan gaggeeffaman bu’uureffachuun badhaadhina waloo milkeessuuf ni hojjenna-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)- Guyyaan jalqabaa Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaa irratti dureewwan biyyoota garaagaraa waliin dhimmoota ijoo naannawaa, ardii fi misoomaarratti mari’achuun…
Ministirri Dhimma Alaa Jibuutii Mohaammud Yusuuf Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa ta’an
Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)-Ministirri Dhimma Alaa Jibuutii Mohaammad Yosuuf Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa ta’uun filamaniiru.
Duraa Ta’a Komishnii Gamtaa Afrikaa ta’uuf…
Dooktar Abiy Ahimad Hoji Raawwachiistuu Dhaabbata Gavii Vaaksiin Aliyaansi waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaa cinaatti Hoji Raawwachiistuu Dhaabbata Gavii Vaaksiin Aliyaansi Saaniyaa…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa Waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Misooma Afrikaa Akiin Adesiinaa fi Pireezidaantii Fandii Misooma Qonnaa Idil Addunyaa…
Aadde Mufaariyaat Kaamil Ministira Muummee Baarbaadoos waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat Kaamiil Ministira Muummee Baarbaadoos Miiyaa Mootaalii waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniin…
Cabiinsa hamilee fi godaannisa seenaa guddina keenya duubatti hambisan haquu qabna-Dooktar Abiy…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)- Yaa’ii Gamtaa Afrikaa kanaan cabiinsa hamilee fi godaannisa seenaa guddina keenya duubatti hambisan haquu qabna jechuun Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Afrikaa Kibbaa fi Bootiswaanaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Afrikaa Kibbaa Siiril Raamaafoosaa fi Pireezidaantii Bootiswaanaa Duumaa Bookoo waliin Yaa’ii…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ikkuuwaatooriyaal Giinii waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ikkuuwaatooriyaal Giinii Obiyaangi Nugeemiyaa Embaasoongo waliin Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaa…
Itiyoophiyaan Yaa’ii Gamtichaa milkaa’inaan keessummeessaa jirti-TKM
Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaa haala milkaa’aa ta’een keessummeessaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Yaa’iin 38ffaan…