Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Poolisiin Federaalaa Awaash Sabaattitti ijaarsa Guddugala Leenjii Bu’uuraa Poolisii eegalchiise
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) –Komishinarri Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’el Awaash Sabaattitti ijaarsa Guddugala Leenjii Bu’uuraa Poolisii eegalchiisaniiru.…
Dandeettiin lola meeshaa teeknooloojiifi humna namaa muraasaan xumuruu dandeessisu ijaarameera-…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) – Humna Qilleensaa, Saayibariifi Mekaanaayizdii ammayeessuun dandeettiin lola meeshaa teeknooloojiifi humna namaa muraasaan xumuruu dandeessisu…
Tajaajilli geejiba baaburaa Itiyoo Jibuutii guyyaa sadan kana addaan citee jira
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) – Tajaajilli geejiba baaburaa Itiyoo Jibuutii guyyaa sadan kana addaan citee jira.
Tajaajilichi addaan kan cite humni ibsaa Mi’eessoo hanga Jibuutii…
Nageenya lammiilee sirnaan eeguuf qaamoleen nageenyaa dirqama akka qaban hubachiifame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) - Kolleejjii Poolisii Oromiyaatti Inistiyuutiin Leenjii Ogummaa poolisii Mooraa Sanqallee Amboo qondaaltoota Poolisii , to'attoota tiraafikaa fi…
Daawwannaan qonnaafi indaastirii Naannoo Afaaritti taasifame humna oomisha nyaataatiin of…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) - Daawwannaan qonnaafi indaastirii Naannoo Afaaritti taasifame humna oomisha nyaataatiin of danda'uu naannichatti guddataa dhufe kan mul'ise ta'uu…
Kolleejjiin Meedikaala Fayyaa Yakkaatit 12 barattoota damee fayyaan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) – Kolleejjiin Meedikaala Fayyaa Yakkaatit 12 barattoota damee fayyaan barsiisaa ture guyyaa har’aa eebbisiiseera.
Kolleejjichi bakka Kantiibaan…
Tumsi damee barnootaan Itiyoophiyaa waliin qabnu ni cima – Fiinlaandi
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) – Fiinlaandi tumsa adda addaa Itiyoophiyaa waliin gama barnootaan qabdu cimsuun barbaada jette.
Ministirri barnootaa Pirofeesar Biraanuu…
Warshaan Daabboo Waajjira Giiftii Dureen Samaraatti ijaarame eebbisiifame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) – Warshaan Daabboo Waajjira Giifti Dureen Naannoo Afaar Magaalaa Samaraatti ijaarame eebbisiifameera.
Warshichi bakka Ministirri Muummee Abiy…
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimadiifi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Naannoo Afaaritti…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimadiifi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Naannoo Afaaritti hojiilee misoomaa daawwataniiru.
Daawwannaa…
Tajaajila geejjiba fe’umsa al-ergiifi galii %50 baaburaan kennuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) – Tajaajila fe’umsa al-ergiifi galii %50 baaburaan kennuuf hojjetamaa akka jiru Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii beeksise.
Waldaan Aksiyoona…