Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen Itiyoophiyaa karaa seeraan alaa godaanaa turan 65 Jibuutiirraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa karaa seeraan alaa godaanaa turan 65 Jibuutiirraa gara biyyaa deebi’uu Embaasiin Itiyoophiyaa Jibuutiitti argamu ibseera.…
Dhimmi Galaana Diimaa Itiyoophiyaaf dhimma Birmadummaati – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Dhimmi Galaana Diimaa Itiyoophiyaaf dhimma Birmadummaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Itiyoophiyaan karra Galaanaa…
Qaamoleen hidhatanii bakkeewwan garaagaraa keessa socho’an Barnootarratti gufuu ta’aniiru- Dooktar…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Qaamoleen hidhatanii bakkeewwan garaagaraa keessa socho’an Barnootarratti gufuu ta’uu Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Mootummaan…
Itiyoophiyaan Galaana Diimaaf jettee biyya kamuu hin weerartu- Dooktar Abiyyi Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Galaana Diimaaf jettee biyya kamuu weeraruuf fedha akka hinqabne ibsa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataaf kennaniin hubachiisan.…
Waliigalteen Piriitooriyaa waliigaltee seena qabeessa – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Waliigalteen Piriitooriyaa waliigaltee seena qabeessa, Itiyoophiyaa gaaga’ama hedduurraa baraareedha jedhan Dooktar Abiy Ahimad.
Waggoottan…
Karri mootummaa yeroo kamiiyyuu mariif banadhaa – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Karri mootummaa yeroo kamiiyyuu mariif banaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsa miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummaataaf…
Lammiilee miiliyoona 3 oliif carraan hojii uumameera – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Lammiilee miiliyoona 3 oliif carraan hojii uumamuu Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Lammiilee miiliyoona 2.8’f biyya…
Fooyya’iinsi dinagdee gooroo hojiirra oole kuufama idaa biyyattii doolaara biliyoona 3.5’n…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017(FMC) - Fooyya’iinsi Dinagdee gooroo Itiyoophiyaan hojjrra oolchite kuusaa idaa barootaaf irra ture doolaara biliyoona 3.5’n salphisuufii akka danada’e…
Itiyoophiyaan guddina waliigalaa biyya keessaa galmeessisaa jirtuu irraa galii %7 maddisiisuuf…
Itiyoophiyaan guddina waliigalaa biyya keessaa galmeessisaa jirtuu irraa galii %7 maddisiisuuf hojjechaa jirti
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017(FMC) - Itiyoophiyaan guddina waliigalaa…
Miseensonni Mana Maree BBU Ministira Muummeef gaaffii dhiyeessaa jiru
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017(FMC) – Manni Maree Bakkabu’oota Uummataa Ministira Muumeef gaaffilee adda addaa dhiyeessaa jiru
Gaaffilee kanneen keessaa:
Rakkoolee siyaasaa karaa…