Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Odeeffannoo gurmaa’een uwwisa qaqqabummaa idil addunyaa babal’isuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC)) - Hojii gaggeessaa olaanaan Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin obbo Admaasuu Daamxoon marii hoggantoota miidiyaa biyyoota adda addaa hirmaachisee fi Muummee idil…
Itiyoophiyaan hojiiwwan biyyoota biroof fakkeenya ta’an hojjechaa jirti jedhame
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) - Milkaa’inni Itiyoophiyaan misooma qonnaarratti argachaa jirtu biyyoota Afrikaa birootiif fakkeenya ta’uu gorsaan Ministira Qonnaa Zeenaa Habtawaldi…
Hangafti Phaaphaasotaa Firaansiis boqochuu hordofee Pireezidaanti Taayyeen ergaa gaddaa dabarsan
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Hangafti Phaaphaasota Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatoolikii Roomaa Firaansiis addunyaa kanarraa du’aan boqochuu hordofee Pireezidaantiin FDRI Taayyee…
Hangafti Phaaphaasotaa Firaansiis boqochuu hordofee Eebbifamoo Abunee Maatiyaas ergaa gaddaa…
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Hangafti Phaaphaasota Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatoolikii Roomaa Firaansiis addunyaa kanarraa du’aan boqochuu hordofee Paatiriyaarikiin Mana Amantaa…
Lammiileen Itiyoophiyaa kumni 3 fi 285 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 3 fi 285 gara biyyaa deeb’uun ibsameera.
Balalliiwwan 9 torbee kana keessa…
Finfinneetti Afaanota 3’n Leenjiin eeyyama Konkolaachisaa kennamuufi
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Afaan Oromoo, Afaan Tigree fi Somaaleen Leenjiin eeyyama Konkolaachisaa akka kennamu eeyyamamuu Abbaan Taayitaa To’annoo eeyyama…
Poop Firaansiis boqochuu hordofee Dooktar Abiy ergaa gaddaa dabarsan
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Hangafti Phaaphaasii Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatoolikii Roomaa Poop Firaansiis addunyaa kanarraa du’aan boqochuu hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa balallii gara Leegositti taasiisu dachaan guddise
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa balallii torbeen gara Naayijeeriyaa magaalaa Leegositti taasiisaa ture dachaan guddisuu beeksiseeera.
Waxabajjii 24, 2017…
Poop Firaansiis boqotan
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Hangafti Phaaphaasii Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatoolikii Roomaa Poop Firaansiis addunyaa kanarraa du’aan boqotaniiru.
Poop Firaansiis umrii waggaa 88ffaa…
Daawwannaa Veetnaam irraa muuxannoo hedduun argame – Billanee Siyyum
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Daawwannaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Veetnaamitti taasisaniirraa muuxannoo hedduun argamuu Waajjira Ministira Muummeetti Itti gaafatamtuun…