Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan Afxiraa tokkummaa fi walummaa ummataa cimsa – Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Sagantaan Afxiraa tokkummaa fi walummaa ummataa akka cimsu Pireezidaantii Itti Aanaan mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin ibsan.
Obbo…
Jibuutiitti Waldaan Koomiiyuuniitii Itiyoophiyaa Farankaa Jiibuutii miiliyoona 2.7’n Boondii…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Jibuutiitti Waldaan Koomiiyuuniitii Itiyoophiyaa Farankaa Jiibuutii miiliyoona 2.7 Boondii Hidha Guddicha Haaromsaa biteera.
Hoggantoonni waldichaa…
Rakkoon marii fi marabbaan hin furamne hin jiru – Obbo Awwal Aarbaa
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Rakkoon marii fi marabbaan hin furamne hin jiru jedhan Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan.
Obbo Awwal Aarbaan sagantaa Afxiraa…
Magaalaa Asallaatti Sagantaan Afxiraa gaggeefamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti Sagantaan Afxiraa gaggeefamaa jira.
Pireezidaantii Itti Aanaa mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii dabalatee…
Misoomni Qonna Oomisha Appilii guddina agarsiisaa jira – Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy misoomni Qonna Appilii guddachaa jiraachuu eeraniiru.
#Oromia #Ityoophiyaa
Magaalaa Jigjigaatti sagantaan Afxiraa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti sagantaan Afxiraa Obbolummaa fi nageenyaa ummata Afaarii fi Somaalee gaggeeffamaa jira.
Pireezidaantoota…
Ambaasaaddar Suuleyimaan Daddafoo fi Ambaasaaddar Misgaanuu Argaaf muudamni aangoo Ambaasaaddarummaa…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ambaasaaddar Suuleyimaan Daddafoo fi Ambaaasaaddar Misgaanuu Argaaf muudama aangoo Ambaasaaddarummaa…
Jilli Obbo Awwal Aarbaa fi Obbo Mahaammad Idiriisiin durfamu magaalaa Jigjigaa gale
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) -Jilli Pireezidaantii Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaa fi Ministira Nageenyaa Obbo Mahaammad Idiriisiin durfamu Naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galeera.…
Paartiin Badhaadhinaa duudhaalee mandhaleef xiyyeeffannoo kennee hojjechaa jira- Dooktar Tasfaayee…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Paartiin Badhaadhinaa duudhaalee mandhaleef xiyyeeffannoo kennuun addunyaatti akka beeksifamaniif hojjechaa jiraachuu Mana Maree Bakka Bu’oota…
Aannaan Liitira biiliyoona 12 ol oomishuuf hojjetamaa jira – Ministeericha
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Bara Oomishaa kana Aannaan Liitira biiliyoona 12 ol oomishuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Bakka buutoota dhaabbilee misooma…