Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baatiwwan jahan darban Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 1 olitti tilmaamaman to’ataman…
Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Baatiwwan jahan darban Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 1 olitti tilmaamaman to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksiise.
Meeshaaleen…
Guyyaan Dubartoota Addunyaa 49ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Guyyaan Dubartoota Addunyaa "March 8" akka Addunyaatti yeroo 114ffaaf akka Itiyoophiyaatti yeroo 49ffaaf Magaalaa Shaggaritti kabajamaa jira…
Obbo Saadaat Nashaa ijaarsa buufata Xiyyaaraa Yaaballoo daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaan Kilaastara Hawaasummaa Obbo Saadaat Nashaa Godina Booranaatti ijaarsa…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii dubartootaan durfamu taasisuufi
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Guyyaa Dubartootaa Idil-Addunyaa sababeeffachuun har’a galgalarraa eegalee balalliiwwan dubartootaan durfaman 6 akka…
Aadde Adaanech Abeebeen Luba Firaankiliin Giraam waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Pireezidaantiifi Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Waldaa Wangeelaa Biilii Giraam, Luba Firaankiliin…
Lallaba Wangeelaa Finfinneetti biorurraa eegalee gaggeeffamuuf daandiiwwan konkolaattotaaf cufaa…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Lallaba Wangeelaa Manni Maree Manneen Amantaa Amantoota Wangeelaa Itiyoophiyaa fi Waldaan Wangeelaa Biilii Giraam waliin ta’uun Guraandhala 29 fi…
Itiyoophiyaafi Sudaan Kibbaa tumsa isaanii cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaafi Tumsa Idil-Addunyaa Sudaan Kibbaa Ramadaan Mahaammad Abdallaa…
Qorannoo dizzaayinii Bishaan lafa jalaafi to’annoo qotiinsa boolloo gaggeessuuf waliigalteen…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Ministeerri Bishaaniifi Inarjii Pirojektii waaraa bishaan lafa jalaa Gaanfa Afrikaa gaggeessuuf dhaabbilee afur waliin waliigaltee waliif mallatteesse.…
Jilli Oromoo Keeniyaa sirna wal harkaa fuudhinsa baallii Gadaa Booranaa 72ffaa irratti hirmaachuuf…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Jilli Oromoo Keeniyaa sirna wal harkaa fuudhinsa baallii Gadaa Booranaa 72ffaa irratti hirmaachuuf dhufe magaalaa Yaaballootti simatameera.
Nuti…
Oromiyaatti qonna Arfaasaan lafa heektaara miiliyoona 1.7 misoomsuuf hojjetamaa jira-BQO
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Oromiyaatti qonna Arfaasaa bara kanaan lafa heektaara miiliyoona 1.7 misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise.
Oomisha…