Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti qonna Arfaasaan lafa heektaara miiliyoona 1.7 misoomsuuf hojjetamaa jira-BQO
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Oromiyaatti qonna Arfaasaa bara kanaan lafa heektaara miiliyoona 1.7 misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise.
Oomisha…
Hojiin eeggattummaa hambisuuf hojjetame bu’aa qabatamaa galmeessise- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Hojiin eeggattummaa hambisuuf hojjetame bu’aa qabatamaa galmeessisuu Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah ibsan.…
Borurraa eegalee mata duree “Yaadatamuu Hafuuraa Itiyoophiyaaf” jedhuun lallabni wangeelaa…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Borurraa eegalee mata duree “ Yaadatamuu Hafuuraa Itiyoophiyaaf” jedhuun lallabni wangeelaa Addabaabaayi Masqalaatti ni gaggeeffama.
Lallabni…
Itiyoophiyaan qabiyyeewwan Al-Shabaab irratti haleellaa Qilleensaa raawwatte
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa Somaaliyaa Godina Shabaleetti bakkeewwan qubannaa garee Al-Shabaab irratti haleellaa raawwachuu Ministeerri Ittisaa…
Jilli Dooktar Geediyoon Xiimootiwoosiin durfamu Sudaan Kibbaa gale
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Jilli Ministira Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoosiin durfamu daawwannaa hojiif Sudaan Kibbaa Juubaa galeera.
Jilichi turtii…
Piroof. Birhaanuu Naggaan hoggantootaa Yuunivarsiitii Dambi Doolloo waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan hoggantootaafi hawaasa Yuunivarsiitii Dambi Doolloo waliin mari’ataniiru.…
Himatamtoonni Ustaaz Abbubakar ugguruun Konkolaataa irraa fudhachuuf yaalan hidhaa cimaa fi…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Himatamtoota Ustaaz Abbubakar Huseen ugguruun Liibree Konkolaataa jijjiiruun irraa fudhachuuf yaalan hidhaa cimaa fi adabbiin maallaqaa itti murtaa’e.…
Fayyadamummaa Inshuraansii Beelladootaa Horsiisee Bultootaa guddisuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Fayyadamummaa fi hirmaannaa Inshuraansii Beelladootaa Hawaasa Horsiisee Bultootaa guddisuuf hojjetamuu akka qabu Ministeerri Qonnaa beeksise.…
Gamaaggamni raawwii Paartii Badhaadhinaa oolmaa guyyaa 2ffaa itti fufe
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Waltajjiin gamaaggama raawwii Hojii baatiiwwan jahan darbanii Paartii Badhaadhinaa oolmaa guyyaa 2ffaa har’as itti fufee geggeeffamaa jiraachuun…
Damee Miidiyaa fi Kominikeeshiniin hojii bu’aa qabeessi hojjetame – TKM
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Walakkaa waggaa kana keessatti ajandaawwan ijoo mootummaa bu’uureessurratti Damee Miidiyaa fi Koominikeeshiniin hojiin bu’aa qabeessi hojjetamuu…