Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Geetaachoo Raddaan dhimmoota waqtaawaa irratti dargaggoota waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaan dhimmoota waqtaawaa naannichaarratti dargaggoota magaalaa Maqalee waliin…
Dhaloonni Faaya Aadaa isaa beekuun itti fayyadamuu qaba jedhame
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Wal harkaa fuudhiinsa baallii Gadaa Booranaa Marsaa 72ffaa sababeeffachuun agarsiisni Aadaa Aanaa Areerootti gaggeeffama jira.
Namoonni…
Indaastiriin Injinariingii Raayyaa Ittisaa hawaasa indaastirii haaraa uumaa jira jedhame
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Indaastiriin Injinariingii Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa, hawaasni indaastirii haaraan uumamaa akka jiru agarsiistuu ta’uu Itaamaajoor Shuumiin…
Godaantoonni 287 keeniyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC)– Godaantoonni seeraan alaa 287 Keeniyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Lammiileen 287 faddaaltoota seeraan alaan gowwoonfamanii gara Afrikaa…
Itiyoo Teeleekoom carraa Badhaasawwan garaagaraa argamsiisan baase
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Itiyoo Teeleekoom Konkolaataa Elektirikaan socho’u dabalatee carraa Badhaasawwan garaagaraa maamiltootaaf argamsiisan baaseera.
Guyyaa hundeeffama…
Bara Gadaa kiyyaatti misoomaafi nageenyi hawaasaa akka mirkaanaa’uuf dursa kenneen hojjedha-…
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Abbaa Gadaa Booranaa 72ffaa ta’uuf kan jiran Guyyoo Boruu bara Gadaa kiyyaatti misoomnii fi nageenyi hawaasaa akka mirkaanaa'uuf dursa kenneen…
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf biqiltuuwwan biiliyoona 5.5 ol qophaa’aa jiru- BQO
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) –Oromiyaatti Sagantaa Ashaaraa magariisaa bara 2017’f biqiltuuwwan gosa adda adda biiliyoona 5 fi miiliyoona 500 qopheessuuf hojjetamaa jiraachuu…
Piroofeesar Birhaanuu Naggaafi hoggantoonni olaanoon Godina Wallagga Bahaatti hojiiwwan misoomaa…
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Ministira Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa fi hoggantoonni olaanoo biroon Godina Wallagga Bahaatti hojiiwwan misoomaa daawwataniiru.…
Meeshaalee alaa galan kan biyya keessaan bakka buusuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba- Obbo…
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Meeshaalee alaa galan kan biyya keessaan bakka buusuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu akka qabu Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa…
Kutaaleen Hawaasaa garaagaraa Giddugala Koonveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwachuu itti fufan
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Kutaaleen Hawaasaa garaagaraa tibbana eebbifamee daawwannaaf banaa kan ta’e Giddugala Koonveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwachuu itti fufuu…