Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daayrektarri Olaantuun IMF Kiriistaaliinaa Joorjiyeevaan giddugala Haaromsaa fi dagaagina Ogummaa…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Daayrektarri Olaantuun Dhaabbata Maallaqa Addunyaa Kiriistaaliinaa Joorjiyeevaan giddugala Haaromsaa fi dagaagina Ogummaa dubartoota Egeree…
Yaa’ii Idileen Caffee Oromiyaa boruu eegalee taa’ama
Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 8ffaa waggaa 4ffaa bara hojii 6ffaa boruu eegalee Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti taa'a jedhame.
Afyaa’iin Caffee…
Duulli garee finxaaleyyii guutummaatti barbadeessuu cimee itti fufa – L/J Shuumaa Abdataa
Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Ajajni Komaandoo fi Humna Qilleensaa naannoo Amaaraatti hojii qindoominaan hojjetaniin bu'aa olaanaa galmeessuu Ajajaan Ajaja Komaandoo fi Humna…
Daayrektarri IMF Kiriistaaliinaa Joorjiyeevaan Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) – Daayrektarri Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa Kiriistaaliinaa Joorjiyeevaan daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Kiriistaaliinaa Joorjiyeevaan waayita…
Ayyaanni bara haaraa saba Geede’oo ‘Daraaroon’ kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) – Ayyaana kennaa fi galateeffannaa saba Geede’oo kan ta'e ‘Daraaroon’ kabajamaa jira.
Ayyaanichi mata duree ‘Daraaroo Tokkummaa, Misoomaa fi…
Giddugalli Tajaajila Galteewwan qonna qindaa’aa fi Maakaanaayzeeninii Birrii miiliyoona 700 oliin…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) – Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaatti Giddugalli Tajaajila Galteewwan qonna qindaa’aa fi Maakaanaayzeeninii Birrii miiliyoona 700 fi miiliyoona 41 oliin…
Garee Poolisii Federaalaa dorgommii ‘SWAT’ irratti hirmaachaa tureef simannaan taasifame
Finfinnee, Guraandhala1, 2017 (FMC) – Garee deebii saffisaa Poolisii Federaalaa dorgommii ‘SWAT’ irratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeessuun deebi’eef Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa…
Misooma Koriidarii Naannoo Oromiyaa
Piroojektiin Misooma Koriidarii Naannoo Oromiyaa magaalota naannichaa deebisanii misoomsurratti kan xiyyeeffateedha.
Magaalota naannichaa Miidhagsuu, hojii fi jireenyaa lammiileef mijatoo…
Lammiileen Itiyoophiyaa 313 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessaa turan 313 gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 208 dhiirota, 92…
Mala fayyadama dirooniirratti Miseensonni Poolisii fi Eegdonni Rippaablikaanii leenji’an eebbifaman
Finfinnee, Amajjii 30, 2017 (FMC)- Mala fayyadama dirooniirratti miseensota Poolisii fi Eegdota Rippaablikaanii leenji’aa turan Poolisiin Federaalaa eebbisiise.
Sirna eebbichaarratti…