Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hidhi Maddisiisa Anniisaa Elektirikaa Kooyishaa haala rakkoo diinagdee uummattootaa furuu danda’uun…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) – Hidhi Maddisiisa Anniisaa Elektirikaa Kooyishaa haala rakkoo diinagdee uummattoota naannawaa daangaa Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaafi Naannoo Kibbaa…
Bara oomishaa 2017/18’tti ruuzii alaa galu hambisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) – Bara oomishaa 2017/18'tti fedhii ruuzii biyya keessaa guutuun kan alaa galu hambisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Mootummaan…
Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa Sagantaa Afxiraa gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) – Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa qooda fudhattoota waliin ta’uun Sagantaa Afxiraa gaggeessuu ibse.
Tajaajilichi saganticha bakka…
Mul’anni biyyaalessaa meeshaalee alaa galan kan biyya keessaan bakka buusuu kan dhugoomu cimanii…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) – Mul’anni biyyaalessaa meeshaalee alaa galan kan biyya keessaan bakka buusuun of danda’uu kan dhugoomu kalaqa walitti fufiinsa qabuufi cimanii hojjechuun…
Itiyoophiyaa fi Aljeeriyaan damee inarjiin tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) - Ministirri Bishaanii fi Inarjii Doktar Injiinar Habtaamuu Ittafaan sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Ministira Inarjii, Albuudaa fi Humna…
Deenimaark Itiyoophiyaatti Misooma Qonnaa Gabaarratti Xiyyeeffateef deeggarsa akka taasistu ibsite
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017(FMC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Sagantaa Misooma qonnaa Kilaasataraa Gabaarratti xiyyeeffate irratti Ambaasaaddara Deenimaark Suun…
Itiyoophiyaan walga’ii Dhaabbata Daldalaa Addunyaarratti biyyoota 19 fi Baankii Addunyaarraa…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017(FMC)- Itiyoophiyaan walga’ii Dhaabbata Daldalaa Addunyaa 5ffaa irratti biyyoota 19fi Baankii Addunyaarraa deeggarsa argachuu Ministirri Ministeera Daldalaafi…
Dooktar Biqilaa Hurrisaan Aanaa Chahaatti Misooma Koriidarii Baadiyyaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017 (FMC) –Itti Gaafatamaan Damee Hariiroo Ummataa fi Idil Addunyaa Paartii Badhaadhinaa Dooktar Biqilaa Hurrisaan Naannoo Giddugalessa Itiyoophiyaa Godina…
Xaa’oon meetirik tooniin kumni 800 fi kumni 36 ol gara biyyaatti geejjibsiifame
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017(FMC)- Xaa’oo meetirik tooniin kumni 800 fi kumni 36 ol gara biyyaatti geejjibsiifamuu Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii beeksise.
Hanga guyyaa…
Gurmaa’insa caasaa gandaan hawaasni tajaajila saffisaa fi haqa qabeessa argachaa jira- Obbo…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017 (FMC) –Gurmaa'insa caasaa gandaa mootummaan hojiirra oolcheen hawaasni tajaajila saffisaa fi haqa qabeessa argachaa jiraachuu Itti gaafatamaan Waajjira Paartii…