Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimad tajaajila Immigireeshinii fi Lammummaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad haala kenniinsa tajaajilaa ilaaluuf Tajaajila Immigireeshinii fi Lammummaa daawwataniiru.
Dooktar Abiy…
Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.
Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Qabeenyi bishaanii milkaa’ina galmoota Afrikaaf gahee olaanaa qaba- Mahaammud Alii Yusuuf
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Qabeenyi bishaanii milkaa’ina galmoota Afrikaaf gahee olaanaa qaba jedhan Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf.
Walga’ii idileen…
Dhaabbileen Jaappaan filmaatawwan invastimantii Itiyoophiyaa keessatti akka bobba’an waamichi…
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos dhaabbileen Jaappaan filmaatawwan invastimantii Itiyoophiyaa keessatti argaman irratti…
Seenessa waloo ijaaruun tokkummaa sabdaneessummaa jabeessuuf humna guddaadha
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Konfiraansiin seenessa waloo biyyaalessaa cimsuu irratti xiyyeeffate Magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa jira.
Konfiraansicha Naannoo Oromiyaa, Ministeera…
Filannoo biyyaalessaa 7ffaa keessatti hirmaannaa dubartootaa guddisuuf hojjetamaa jira – Paartii…
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa keessatti hirmaannaa dubartootaa caalmaatti guddisuuf hojjetamaa jira jedhe Paartiin Badhaadhinaa.
Manni Maree Koochoo…
Seenessa waloo qabaachuun biyya waloo ijaaruu keessatti gahee olaanaa qaba
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Waltajjiin marii qopheessummaa dhaabbilee adda addaafi hayyoota himaachise magaala Jimmaatti guyyaa lamaaf taa'amu eegaleera.
Mariin qaamolee adda addaa…
Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Jibuutii waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 3, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Jibuutii Ismaa’el Oomaar Guuleehi waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Ayyaanni jijjiirraa baraa Halaabaa ‘Seeraa’n kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 3, 2018 (FMC) – Ayyaanni jijjiirraa baraa sablammii Halaabaa ‘Seeraa’n magaalaa Halaabaa Quullittootti kabajamaa jira.
Ayyaanicha sababeeffachuun egzibiishiniifi…
Daandiin xiyyaaraa Itiyoophiyaa dhaabbata nageenyaaf dursa kennuu dha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 2, 2018(FMC) - Daandiin Xiyyaaraa Itiyoophiyaa dhaabbata nageenyaaf dursa kennu ta'uu Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa Buufata…