Browsing Category
Oduu biyya keessaa
‘Human Rights Watch’ ABUT duraanii bobbii loltummaa dirqii gaggeessaa jiraachuu saaxile
Finfinnee,Waxabajjii 29, 2018 (FMC) – Dhaabbanni Quuqama Mirga Namoomaa idil addunyaa ‘Human Rights Watch’ ABUT duraanii bobbii loltummaa dirqii gaggeessaa jiraachuu saaxileera.…
Manni marichaa labsiiwwan ijaarsa nageenyaa fi diimokiraasiif murteessoo ta’an hedduu qorachuun…
Finfinnee,Waxabajjii 29, 2018 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa waggoottan shanan darban labsiiwwan ijaarsa nageenyaa fi diimokiraasiif murteessoo ta’an hedduu qorachuun…
Dooktar Abiy Ahimad boru Paarlaamaaf ibsa ni kennu.
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad boru gabaasa raawwii hojii mootummaa bara 2018 Mana maree Bakka Bu'oota Uummataaf ni dhiyeessu.
Akkaataa…
Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Kutaa Magaalaa Sulultaatti…
Finfinnee,Waxabajjii 29, 2018 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sulultaatti dhaabbiin biqiltuu Ashaaraa Magarisaa gaggeeffameera.
Akka Kutaa magaalichaatti biqiltuuwwan…
Uumama addaa Holqa Soof-Umar…
Holqi Soof Umar Godina Baalee Bahaa Aanaa Daawwee Qaachanitti argama.
Holqi kun lafa jala kiilomeetira 15 ol dheerata, lagni Weeb ammoo holqa kana keessa darba.
Baaleen uumaan faayame;…
Imala kabaja namoomaa goonfachiisu…
Guddinni diinagdee biyya tokkoo hiikoo kan qabaatu, sadarkaa jireenyaa lammiilee fooyyessuu fi kabaja namoomaa mirkaneessuu yoo danda’eedha.
Wixinewwan karooraa kana dura ture…
Ulaa Galaanaa faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kabachiisuuf…
Itiyoophiyaan biyya ummata miiliyoona 100 fi miiliyoona 30 ol qabdu taatus biyya ulaa galaanaa hin qabneedha.
Karra Galaanaa dhabuun ishee guddina diinagdee, qubsama siyaasaa fi nageenya…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 38 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee,Waxabajjii 29, 2018 (FMC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 38 olitti tilmaamaman guyyoota 6 keessatti to’ataman jedhe Komishiniin Gumrukaa.…
Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2018 (FMC)- Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa ajandaalee qabaman raggaasisuun…
Shallaggiin qoodinsa qabeenyaa sirriitti hojiirra ooluu itti dhiheenyaan hordofuun…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2018 (FMC) - Bara baajetaa kanatti shallaggiin qoodinsa qabeenyaa sirriitti hojiirra ooluu itti dhiheenyan hordofuun danda'ameera jedhan Mana Maree Federeeshiniitti…