Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiraattonni Godina Arsii maaliif hiriira ba’an?
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC)- Jiraattoonni Godina Arsii aanaalee garaagaraa hiriira ba’uun qaamolee hidhatanii bosona jiraniif waamichaa nagaa taasisaniiru.
Godinichatti, qaamni…
Alergitoonni sharafa alaa argatan keessaa %50 gurguruun kan hafe yeroo hin murtoofneef tursisuu…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC)- Alergitoonni boruu eegalee sharafa alaa argatan keessaa %50 gurguruu fi %50 immoo yeroo hin murtoofneef lakkoofsa herregaa isaanii Itiyoophiyaa qaban…
Ambaasaaddar Jamaal Bakar carraaqqii dippiloomaasii fi gumaacha taasisaniin badhaafaman
Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC)- Paakistaanitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Jamaal Bakar paakistaanitti carraaqqii dippiloomaasii gaarii taasisaniin badhaasni kennameef.
Barruun…
Waliigalteen taasifamee manneen itti hingalamne
Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC)-Waggoota garaagaraatti manneen waliin jireenyaa 20/80, 40/60 fi manneen daldalaa waliigalteen taasifamuun dabarfamanii fi namni itti hingallee jiraachuun…
Dooktar Abiy Ahimad Misooma Kooriidarii Magaalaa Finfinnee boqonnaa 2ffaa qoratan
Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC)- Hojiileen misooma kooriidarii Magaalaa Finfinnee boqonnaa 2ffaan bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti qoratame.
Dooktar Abiy…
Jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf hojiilee Itiyoophiyaan hojjechaa jirtu Addunyaan deeggaru…
Jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuu fi to’achuuf pirojeektiwwan Itiyoophiyaan hojjechaa jirtuf hawaasni idil Addunyaa deeggarsa taasisuu akka qabu Pireezidaantiin FDRI Taayyee…
Seektarri Geejjibaa fi Loojistiksii tajaajila gituu fi saffisaa ta’e kennuu qaba-Dooktar…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC)- Seektarri Geejjibaa fi Loojistiksii tajaajila gituu fi saffisaa ta'e kennuu qaba jedhan Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu…
Raawwii karoora kurmaana jalqabaa hanqinaalee fi ciminoota jiran sababoota isaanii waliin adda…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) – Raawwii karoora kurmaana jalqabaa hanqinaalee fi ciminoota jiran sababoota isaanii waliin adda baasuun madaallee jirra jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee…
Misoomni Koriidarii magaalaa Harar caalmaatti naatoo qabeettii taasiseera – Dooktar Alamuu…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) –Misoomni Koriidarii magaalaa Hararitti hojjetame magaalicha caalmaatti naatoo qabeettii fi hawwattuu taasisuu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi…
Hariiroo tarsiimawaa Itiyoophiyaa fi Chaayinaa gidduu jiru caalmaatti cimsuuf ni hojjenna – Dooktar…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) – Hariiroo tarsiimawaa Itiyoophiyaa fi Chaayinaa gidduu jiru caalmaatti cimsuuf kan hojjetan ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon…