Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Harargee Bahaatti lafa hektaara kuma 100 fi kuma 30 ol Qamadii jallisiin misoomsuuf facaasaan…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) – Godina Harargee Bahaatti lafa hektaara kuma 100 fi kuma 30 ol Qamadii jallisiin misoomsuuf facaasaan eegalamuu Waajjirri Qonnaa godinichaa ibseera.…
Dhaabbilee ijaaruun, ijaarsa biyyaaf utubaadha – Obbo Tamasgeen Xirunaa
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) – Qaamoleen raawwachiiftootaa waamamtoota Ministira Muummee raawwii hojii kurmaana 1ffaa gamaaggamuu eegalaniiru.
Hojii riifoormii hojjetameen qabeenya…
Manneen waliin jireenyaa carraan dabarfamanii hanga ammaatti itti hin galamne gochaa seeraan alaaf…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Manneen waliin jireenyaa carraan dabarfamanii hanga ammaatti itti hin galamne gochaa seeraan alaaf oolaa jiru jedhamuun madda komii…
Godinichatti Hanga ammaatti Oomishni lafa heektaara kuma 100 fi kuma 42 irraa walitti qabame
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) –Godina Arsiitti oomisha lafa hektaara Kuma 900 fi kuma 30 olirratti qonnaa gannaan misoomaa irraa hanga ammaatti lafa hektaara kuma 100 fi kuma 42 irraa…
Ijaarsa Gamoo Qajeelcha Poolisii magaalaa Sandaafaa Bakkeef dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) –Komishinarri Jeneraalaa Koomishinii Poolisii Fedeeraalaa Dammallash Gabramika’eel Ijaarsa gamoo Qajeelcha Poolisii magaalaa Sandaafaa Bakkeef…
Guyyaan Sabaaf sablammootaa 19ffaan haala kutaalee hawaasaa hunda hirmaachiseen kabajama jedhame
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) – Guyyaan Sabaaf sablammootaa 19ffaan haala kutaalee hawaasaa hunda hirmaachiseen Magaalaa Aarbaa Mincitti kan kabajamu ta’uu Manni Maree Federeeshinii…
Sirna cimaa ijaaruuf barnootaa fi teeknooloojii cimsuun murteessaadha- Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) – Sirna cimaa ijaaruuf barnootaa fi teeknooloojii guddisuun murteessaa ta'uu Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin ibsan.…
Guyyoottan kurnan Itti Aanaan kutaaleen biyyattii harki caalu haala qilleensaa qabbanaa’aa fi Aduu…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) – Guyyoottan kurnan Itti Aanaan keessa kutaaleen biyyattii harki caalu haala qilleensaa Gogaa, Qabbanaa’aa fi Aduu ta’e kan qabaatan ta’uu Inistiityuutiin…
Bulchiinsi Magaalichaa gamaaggama raawwii gaggeessuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC)-Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii kurmaana 1ffaa bara 2017 gaggeessuu eegaleera.
Waltajjicharratti Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde…
Kaabineen Magaalaa Finfinnee sadarkaa hojii Misooma Kooridarii qorate
Finfinnee, Sadaasa 2, 2017 (FBC)- Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee sadarkaa hojiin Misooma Kooridarii marsaa 2ffaan irratti argamu qorateera.
Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa…