Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan nageenya naannawaa mirkaneessuuf hojiilee damee hedduu hojjechaa jirti jedhame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan nageenya naannawaa mirkaneessuufi misooma tumsa irratti hundaa’e guddisuuf damee hedduun hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera…
Itiyoophiyaan bu’uuraalee misoomaa qindoomina diinagdee Afrikaa saffisiisan diriirsaa jirti-…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan bu’uuraalee misoomaa qindoomina diinagdee Afrikaa saffisiisan diriirsuu irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Pireezidaantiin FDRI…
Insheetiivii Misooma Avokaadoon milkaa’inni jajjabeessan argame – BQO
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) –Naannoo Oromiyaatti Inisheetiivii Misooma Avokaadoon milkaa’inni jajjabbeessan argamuu Biiroon Qonnaa Naannichaa ibseera.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa…
Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojiilee misooma Koriidarii Magaalaa Bahiirdaar ilaalchisee ergaa dabarsaniiru.
Hojiilee misooma…
Lammiileen Maayinaamaaritti haala rakkisaa keessa turan 53 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamaaritti haala rakkisaa keessa turan 53 gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Mootummaan hojii…
Adaamaafi Mojootti hojiin adda ciccituu humna ibsaa indaastiriiwwanii hir’ise hojjetamuun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Magaalota Adaamaafi Mojootti ciccituu humna ibsaa indaatiriiwwanii hir’isuuf hojiin bu’uuraalee misoomaa elektirikii hojjetamuu Tajaajila…
Naannichatti Pirojektoota Bishaan dhugaatii 14 Birrii miiliyoona 120n ijaaramaa jiran keessaa 6…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Naannoo Harariitti Pirojektoota Bishaan dhugaatii 14 Birrii miiliyoona 120n ijaaramaa jiran keessaa pirojektoonni 6 eebbisiifamuun tajaajilaaf gahuu…
Yaa’iin Ministiroota Pilaanii, Misooma Diinagdee fi Faayinaansii Komishinii Diinagdee Afrikaa…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Yaa’iin Ministiroota Pilaanii, Misooma Diinagdee fi Faayinaansii Komishinii Diinagdee Afrikaa Mootummoota Gamtoomanii Finfinneetti taa’amuu eegale.…
Gaaffiiwwan dameewwan Barnootaa, Fayyaa, diinagdeefi biroorratti ka’aniif tibbana deebiin ni…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Gaaffiiwwan dameewwan Barnootaa, Fayyaa, diinagdeefi dameewwan oomishtootaa biroorratti ka’aniif turban kana keessa deebiin kan itti kennamu ta’uu…
Dooktar Abiy Godaantootaaf Sagantaa Afxiraa qopheessan
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) – Sagantaa Afxiraa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Masaraa Biyyaalessatti halkan 2ffaaf qopheesaniin, godaantoonni biyyoota garaagaraarraa…