Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu cabiinsa sirna loojistiksii Itiyoophiyaaf deebii kan kennee dha…
Finfinnee, Amajjii 2, 2018(FMC) - Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu cabiinsa sirna loojistiksii Itiyoophiyaa barootaaf tureef deebii kan kenne jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Buufanni Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu damee Tuurizimiif misiraachoo guddaa dha- Salaamaawiit…
Finfinnee, Amajjii 2, 2018(FMC) - Ministirri Turizimii Salaamaawiit Kaasaa ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu eegalamuun damee Tuurizimiif misiraachoo guddaa akka ta'e…
Daandiin Qilleensichaa boqonnaa haaraa hojii Afrikaa walitti hidhuu isaa cimsu eegale – obbo…
Finfinnee, Amajjii 2, 2018(FMC) - Daandiin Qilleensaa keenya boqonnaa haaraa hojii Afrikaa walitti hidhuu waggaa 80f hojjechaa ture cimsu eegaleera jedhan Ministirri Muummee itti aanaan…
Har’a ifatti kan eegalame ijaarsa Buufata xiyyaarichaa qofa osoo hintaane, mul’ata magaalaa…
Finfinnee, Amajjii 2, 2018 (FMC) – Har’a ifatti kan eegalame ijaarsa Buufata xiyyaarichaa qofa osoo hintaane, mul'ta magaalaa Bishooftuu gara Giddugala Turizimii Afrikaatti ceesisuuf…
Yaa’iin Gadaa Sikkoo Mandoo gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 2, 2018 (FMC) _ Yaa'iin Gadaa Arsii Sikkoo Mandoo dhaddacha Heeroo deebisanii dhaabuu Godina Baalee Bahaa Aanaa Laga Hidhaa Dhaddacha Heerootti geggeeffamaa jira.…
Dooktar Abiy Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu Eegalchiisan
Finfinnee, Amajjii 2, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu eegalchiisaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa…
Buufanni Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu asitti lubbuu horata- WMM
Finfinnee, Amajjii 2, 2018 (FMC)- Buufanni Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu asitti lubbuu horata jedhe Waajjirri Ministira Muummee.
Bakkichi ammaaf bakka caliisaadha, boru immoo bakka…
“Biisti Baar” Mallattoo Waloomaa fi Walkabajuu…
Finfinnee, Amajji 1, 2018 (FMC) - Jijjiirama uumamaa dudha aadaa waliin firoomsanii waggaa jijiirrachuun gara boqonnaa bara haaraatti kan ce'an miseensonni saba Beenchi, ooyiruun firii…
Buufanni Xiyyaaraa Boolee waggaatti imaltoota miiliyoona 25 keessummeesuun heddu dhiphateera – WMM
Finfinnee, Amajjii 1, 2018 (FMC) –Buufanni Xiyyaaraa idil Addunyaa Boolee waggaatti imaltoota miiliyoona 25 keessummeessuun dhiphinni guddaan isa mudataa jira jedhe Waajjirri Ministira…
Naannoon Oromiyaa yeroo kamuu misoomarraa jirti – Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Amajjii 1, 2018 (FMC) – Naannoon Oromiyaa waggaa guutuu hojii misoomarraa jirti jedhan Pireezidaantii Itti Aanaan mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin.
Obbo Awwaluun…