Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koriidarii Baadiyyaa Kabaja Hawaasa Baadiyyaa Gara Sadarkaa Ol’anaatti Ceesisu
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2018 (FMC) – Hojiin misooma koriidarii baadiyyaa naannolee garagaraa Itiyoophiyaatti hojiirra oolaa jiru, adeemsa badhaadhina qonnaan bulaa keessatti gumaacha…
Seenessa qajeelaa tokkummaa biyyaalessaaf…
Biyyi kan ijaaramtu duuba ilaaluun osoo hin taane fuulduratti imaluuni.
Seeneessi waloon xinsammuu ummataa falmii seenaa siyaasaa keessaa baasuun gara mul’ata walootti qajeelcha.…
Jilli hawaasa dippiloomaasii Laallibalaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaan
Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Jilli Hawaasa Dippiloomaasii teessoo isaanii Magaalaa Finfinnee taasifatan Magaalaa Laallibalaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaaniiru.…
Raayyaa humna teknooloojii olaanaan ijaarame kan faayidaa biyyaalessaa kabachiisu qabna – Leetanaal…
Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Raayyaan keenya humna teknooloojii sadarkaa olaanaa qabuun kan ijaarame faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kan kabachiisuudha jedhen Ajajaa Olaanaan…
Qondaaltoonni waraanaa imala ulaa galaanaa argachuuf taasifamuuf qophii cimaa taasisuutu irraa…
Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Qondaaltoonni waraanaa imala ulaa galaanaa argachuuf taasifamuuf qophii cimaa taasisuutu irraa eegama jedhen Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota…
Riizoortiin Konfiraansii Aarbaa Minci miidhagina magaalichaa caalmaatti kan guddisuudha – Dooktar…
Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Riizoortiin Konfiraansii Aarbaa Minci miidhagina magaalichaa caalmaatti kan guddisuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Guddina Tuurizimii Itiyoophiyaa…
Dameen Tuurizimii Itiyoophiyaa guddina olaanaa agarsiisuun, sosochii diinagdee biyyattii keessatti damee murteessaa ta’eera.
Yaadama Mootummaa Ida'amuutiin xiyyeeffannoon damee…
Magaalaa Jimmaatti manneen kaafamtoota misoomaaf ijaaraman eebbifaman
Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti manneen jireenyaa kaafamtoota misoomaaf Birrii miiliyoona 700 oliin ijaaraman 300 eebbifaman.
Manneen kunneen baasii bulchiinsa…
Yuunivarsiitiin Raayyaa Ittisaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Raayyaa Ittisaa Itiyooophiyaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 371 eebbisiiseera.
Eebbifamtoonni kunneen digirii…
Qonna ammayyaan imala badhaadhina mirkaneessuu…
Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Qonna ammayyeessuun oomishaa fi oomishtummaa guddisuun imala badhaadhina mirkaneessuuf hojjetamaa jira.
Barii jijjiiramaa eegalee rakkoo damee…