Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Balaa Tiraafikaan Lubbuun Namoota 7 darbe
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)- Naannoo Tigraay Aanaa Kilitte Awulaalootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 7 darbuun ibsame.
Balichi konkolaataa Minibaasii Hawuzeen irraa…
Jilli Obbo Ahimad Shideen Hoggantoota Dhaabbilee Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)- Jilli Ministira Ministeera Maallaqa Obbo Ahimad Shideen durfamu Chaayinaatti Hoggantoota Dhaabbilee Idil Addunyaa biyyattii waliin mari’ataniiru.…
Ayyaanni Cuuphaa fi Qaanaa Galiilaa haala hoo’aan kabajamee xumuramu Humni Waloo beeksise
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Ayyaanni Cuuphaa fi Qaanaa Galiilaa haala Hoo’an kabajamee xumuramu Humni Waloo Nageenyaa fi Tasgabbii Biyyaalessaa beeksise.
Humnichi Waloo ibsa…
Pireezidaanti Taayyeen tuuristoota Ayyaana Cuuphaarratti hirmaatan waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Tuuristoota Ayyaana Cuuphaa Magaalaa Goondaritti kabajamerratti hirmaatan waliin mari’ataniiru.…
Sirni ‘Cidha Kumee’ Dilbata dhufu gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)- Sirni ‘Cidha Kumee’ bara 2017 mata duree “Maatii Dhaabbachuun Biyya Ijaaruudha” jedhuun Dilbata dhufu kan gaggeeffamu ta’uun ibsame.
Sirna kanaaf…
Obbo Adam Faaraah Sirna Tajaajila Giddugala Tokkoo “Gaaddisa Odaa” daawwatan
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pireezidaantiin Itti Aanaa Paartii…
Tarkaanfiin namoota gocha seeraan alaarratti hirmaatanirratti fudhatamu cimee itti fufa –…
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC) – Tarkaanfiin namoota gocha seeraan alaarratti hirmaatanirratti fudhatamu cimee kan itti fufu ta’uu Tajaajilli Nageenya Faayinaansii beeksiise.
Yakki…
Jimmaatti lafa hektaara kuma 40 ol irraa Buna gamashuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Godina Jimmaatti lafa hektaara kuma 40 ol irraa buna gamashuun hojjetamaa jiraachuun ibsameera.
Godinicha Aanaa Maannaatti hojiin duulaan buna dulloome…
Oromiyaatti Ayyaanni Cuuphaa duudhaa Amantichaa eeggatee kabajamee xumurameera- KPO
Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti Ayyaanni Cuuphaa bara 2017 karaa duudhaa Amantichaa eeggateen kabajamee xumuramuu Komishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise.
Ayyaanichi…
Lammiilee Itiyoophiyaa 310 Liibaanosirraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Liibaanositti haala rakkisaa keessa turan 310 gara biyyaatti deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen Wiixata darberraa eegalee gara…