Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Injifannoo Adwaarraa tokkummaa fi Cichoomina baranna – Kantibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) – Injifannoon Adwaa kan wareegamni dhiigaa fi lafee itti kaaffalame injifannoo seenaa addaati jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Daawwannaa Dooktar Abiy Ahimad Ajarbaajaatti taasisaniifi michummaa haaraa…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC)- Daawwannaan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Azarbaajaanitti taasisan Itiyoophiyaan tumsa haaraa fi michummaa cimsuuf kan hojjetu ta’uu…
Injifannoon Adwaa nageenya waloo fi tumsa loltummaa Afrikaanotaaf bu’uura cimaadha- Injiinar Ayishaa…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC)- Injifannoon Adwaa nageenya waloo fi tumsa loltummaa Afrikaanotaaf bu’uura cimaadha jedhan Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Injiinar Ayishaa…
Waliigalteewwan mallatteeffaman dameelee tumsaa babal’isuuf kan gargaaranii dha –…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2018(FMC)-Waliigalteewwaan Azerbaajaan waliin mallatteeffaman fuulduratti dameelee tumsaa bal'isuuf kan gargaaran dha jedhan ministirri Dhimma Alaa Dooktar…
Damee hubannoo namtolchee irratti waliin hojjechuuf Azerbaajaaniin waliigalleerra – Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2018(FMC)- Daarikteerri Olaanaan Inistiitiyuutii Hubannoo Namtolchee Dooktar Warquu Gaachanaa, Azerbaajaan waliin hubannoo namtolchee irratti waliin hojjechuuf…
Ce’uumsa Hawaas-Dinagdee Qindaa’aa: Akka Waliigaltee Araaraa Magaalaafi Baadiyyaatti
Finfinnee, Guraandhala 21, 2018(FMC)- pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa imaammataafi tarsiimoo magaalomsuu haaraa naannoo Oromiyaa akkasumas pilaaniiwwan…
Adwaan ayyaana injifannoo qabsoo farra kolonummaa cimsee dha – Pirezidaanti Taayyee…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2018(FMC)- Adwaan ayyaana injifannoo qabsoo farra kolonummaa cimsee dha jedhan Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaasee.
Finfinneetti kan argamu Giddugalli 'Global…
Misoomni jireenya namaa irratti jijjiirama hinfidne guutuu ta’uu hindanda’u –…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2018(FMC)- Misoomni jireenya namaa irratti jijjiirama hinfidne guutuu ta'uu hindanda'u jedhan Kantiibaa Adaanech Abeebee.
Giddugalli misooma Ogmmaa fi haaromsa…
Giddugalichi leenjitoota ogummaa garaagaraan leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Guraandhala 21, 2018 (FMC) – Giddugalli Haaromsaa fi Misooma Ogummaa Dubartootaa ‘Lanageewaa’ leenjitoota marsaa 4ffaa dameewwan ogummaa garaagaraan leenjisaa ture 909…