Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mari’attooonni ajandaalee dhimmoota amantaalee fi ijaarsa nageenyaa irratti waliigalteerra gahan
Finfinnee, Hagayya 5, 2018( FMC)- Mari’attooonni ajandaalee dhimmoota amantaalee fi ijaarsa nageenyaa irratti dhiyeessan irratti waliigalteerra gahaniiru jedhe Komishiniin Marii…
Hojii tajaajila lammummaa rakkoo hawaas dinagdee uummatichaa furaa jiru…
Finfinnee, Hagayya 5, 2018 (FMC) – Nannoo Oromiyaatti hojii tajaajila lammummaariin rakkooleen hawaas dinagdee uummatichaa furamaa jira.
Godinaalee tajaajilichi bal'inaan hojiirra oolaa…
Marichi Itiyoophiyaa tokkummaa cimaa qabdu dhalootatti dabarsuuf carraa gaariidha- Mari’attoota
Finfinnee, Hagayya 5, 2018 (FMC) – Marichi Itiyoophiyaa tokkummaa cimaa qabdu dhalootatti dabarsuuf carraa gaariidha jedhan mari’attoonni Yaa’ii Marii Biyyaalessaa.
Yaa’icharratti…
Haaromsa Magaalota Itiyoophiyaa Yaada Haaraa Irratti Hundaa’e
Finfinnee, Hagayya 5, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan magaalaa’uummaa sirnaan bulchuuf, magaalota akkasumas jireenya lammiilee ammayyeessuuf tarsiimoo misooma magaalaa bu’a qabeessa ta’e hojiirra…
Dandeettii yakka walxaxaa ittisuu Poolisii Federaalaa Itiyoophiyaa guddisuuf…
Finfinnee, Hagayya 5, 2018 (FMC) – Addunyaa har’aa saffisa guddaan odeeffannoo fi teeknooloojiin guddachaa jiru keessatti, sirna dijitaalaa diriirsuun dhaabbata nageenyaa fi tasgabbii…
Inisheetiiviin Shaayii oomisha qonnaa fi sirna deeggarsaa ciccitaa irraa gara omisha gabaa…
Finfinnee, Hagayya 4, 2018 (FMC)- Inisheetiivii Shaayii Oromiyaatiin, oomisha qonnaa fi sirna deeggarsaa ciccitaa irraa gara omisha gabaa tarsiima’aafi sirna deeggarsaa qindaa’aatti ce’aa…
Yaadonni mari’attoonni kaasan Itiyoophiyaa giddugala godhachuu qabu- Piroofeesar Masfin Ar’aayaa
Finfinnee, Hagayya 4, 2026 (FMC) — Yaadonni mari’attoonni kaasan Itiyoophiyaa giddugala godhachuu qabu jedhan Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar Masfin Ar’aayaan.…
Gareewwan 500 yaadota isaaniif dhiyaate gabbisaa jiru- Pirofeesar Masfiin Ar’aayaa
Finfinnee, Hagayya 4, 2018 (FMC)- Gareewwan marii 500, yaadota gareewwan tarsiimoo miseensota 250 irraa dhiyaatan irratti mari’achuun, yaadota kanneen caalaatti guddisaa jiru jedhan…
Tarkaanfii Dinagdee Seer-maleeyyii irraa eeguu…
Finfinnee, Hagayya 4, 2018 (FMC) - Waggoota darban keessatti malaammaltoota faallaa biyyaafi uummataa dhaabbataniin, yakkoonni hidda fageeffataniifi hojiileen seeraan alaa tasgabbii dinagdee…
Malaammaltummaa ittisuun Misooma Waaraa Mirkaneessuuf…
Finfinnee, Hagayya 3, 2018 (FMC) — Itiyoophiyaan dinagdee ishee guddisuu fi sadarkaa jireenyaa lammiilee fooyyessuuf, hoggansa mootummaa Ida’amuun hojiiwwan misoomaa fi haaromsa garaagaraa…