Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan Alaabaa wayita kabajnu tokkummaan gara milkaa’inaatti imaluuf waadaa keenya guyya itti…
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2017 (FBC)- Guyyaan Alaabaa wayita kabajnu tokkummaan gara milkaa’inaatti imaluuf waadaa keenya guyya itti haaressinuudha jedhan Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde…
Irreechi Malkaawwan Caffee Tumaa, Ateetee fi Sabbataa miidhaginaan kabajame xumurame
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2017 (FBC)- Irreechi Malkaa Caffee Tumaa, Malkaa Ateetee fi Malkaa Sabbataa karaa safuu fi duudhaa isaa hordofeen kabajamee xumuramuun ibsame.
Kantibaan…
Kirkirri lafaa Awaash Fantaalleetti mudate
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2017 (FBC)-Kirkirri lafaa naannawaa Awaash Fantaalleetti mudachuu Yuunivarsiitiin Samaraa ibse.
Pireezidaantii Itti Aanaa Ce'umsaa Teeknooloojii fi Qorannoo…
Waliigalteen hammattoo Walta’iinsa Laga Naayil gara raawwiitti seene
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2017 (FBC)-Waliigalteen hammattoo Walta'iinsa Laga Naayil har'arraa eegalee gara raawwiitti seenuu Ministirri Ministeera Bishaan fi Inarjii Dooktar Injiinar…
Irreechi Malkaa Dooshaa Kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2017(FBC)–Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti Irreechi Malkaa Dooshaa haala ho’aa ta'een kabajamaa jira.
Kabaja Ayyaana Irreechaa Malkaa Dooshaarratti Abbootiin…
Miidhaa sarara geejjiba baaburaa Itiyoo-Jibuutii mudate sirreessuuf carraaqqiin taasifama jira
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2017 (FBC)- Miidhaa sarara Geejjiba Baaburaa Itiyoo-Jibuutii mudate sirreeuun tajaajilatti deebisuuf carraaqqiin taasifama jiraachuun Waldaan Aksiyoonaa Daandichaa…
Yoo waltaane naannawaa cimaa uumuu dandeenya-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2017 (FBC)- Yoo waltaanee fi waltumsine, waloon misoomuun naannawaa cimaa uumuu dandeenya jedhan Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Hammattoon…
Miidhaa Geejjibni Baaburaa qaqqabsisuuf beenyaan kaffalamu adeemsa seeraan qofa akka raawwatamu…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Miidhaa Geejjibni Baaburaa qaqqabsisuuf beenyaan kaffalamu bu’uura labsii Geejjiba Baaburaan qofan akka raawwatamu waliigalamuu Hojii Raawwachiisaa…
Godinichaatti Lafti hektaarri kumni 700 ol midhaan akaakuu garaagaraa Kilaastera misoomaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Godina Arsiitti Lafti hektaarri kumni 700 ol midhaan akaakuu garaagaraa Kilaastera misoomaa jira.
Jilli hogganaa Biiroo Investimentiifi Indaastirii…
Irreechi Malkaa Dubar karaa duudhaafi safuu eegeen irreeffatame
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Waacaalee Magaalaa Dubaritti Irreechi Malkaa Dubar karaa duudhaafi safuu eegeen irreeffatameera.
Barreessaan Gamtaa…