Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Waggaa Qullubbii Gabreel miidhaginaan akka kabajamuuf qophiin taasifamuun ibsame
Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC)-Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaatti kan kabajamu Ayyaannni Waggaa Qullubbii Gabre'eel miidhaginaan akka kabajamuuf qophii gahaan taasifamuu Humni…
Nageenyi Finfinnee fi naannawaa ishee haala amansiisarratti argama–Humna Waloo Nageenyaa
Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC) – Nageenyi Finfinnee fi naannawaa ishee haala amansiisarratti kan argamu ta’uu Humni Waloo Nageenyaa fi Tasgabbii mirkaneesse.
Humni Waloo kun gamaaggama…
Jijjiramaan as Manneen kumni 37 ol Harka qalleeyyiif kennaman-Kantiibaa Adaanech
Finfinnee, Mudde 16, 2017 (FMC)- Jijjiramaan as manneen kumni 37 ol ijaaramuun harka qalleeyyiif dabarfamuu Miseensi Koree Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa fi Kantiibaan Bulchiinsa…
Lammiilee miiliyoona 9.8’f carraan Hojii Dhaabbii uumamuun ibsame
Finfinnee, Mudde 16, 2017 (FMC) –Waggoottan sadan darban lammiilee miiliyoona 9 fi kuma 800’f carraan hojii dhaabbiin uumamuu Miseensi Koree Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa fi…
Itiyoophiyaan Sudaanitti Nageenyi waaraan akka jiraatuuf tattaafachuu itti fufti-Pireezidaanti…
Finfinnee, Mudde 16, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan walitti bu’iinsa Sudaan keessaatti mudateef furmaanni waaraan akka jiraatuuf tattaaffii taasistu cimsite kan itti fuftu ta’uu Pireezidaantiin…
Misoomni Koriidarii Baadiyyaa Qonnaan Bultoota Fayyadamtoota Teeknooloojii akka ta’aniif deeggaruun…
Finfinnee, Mudde 16, 2017 (FMC) – Misoomni Koriidarii Baadiyyaa qonnaan bultoota fayyadamtoota Teeknooloojii taasisuufi karaa ammayyaan akka oomishaniif deeggaruu Miseensi Koree Hojii…
Garaagarummaa furuu fi misoomarratti xiyyeeffachuun ajandaa adda duree Paartii Badhaadhinaati-Obbo…
Finfinnee, Mudde 16, 2017 (FMC)- Guddina Itiyoophiyaa mirkaneessuuf garaagarummaa furuu fi misoomarratti xiyyeeffachuun ajandaa adda duree Paartii Badhaadhinaa ta’uu Pireezidaantii Itti…
Raayyaa ergama isaa sirriitti hubatee fi walaba ta’e ijaaruun danda’ameera-L/J Yilmaa…
Finfinnee, Mudde 16, 2017 (FMC)- Raayyaa cimaa ergama isaa sirriitti hubatee fi walaba ta’e ijaaruun danda’ameera jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Leetenaal Jeneraal Yilmaa…
Yaa’iin 2ffaa Paartii Badhaadhinaa Amajjii 23-25, 2017 gaggeeffama
Finfinnee, Mudde 16, 2017 (FMC)- Yaa’iin 2ffaa Paartii Badhaadhinaa Amajjii 23-25,2017 kan gaggeeffamu ta’uu Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Sadarkaa Ministira Muummee Itti…
Omisha Bunaarraa galii Doolaara biiliyoona 2 argachuuf karoorfamee hojjetamaa jira-ATBShI
Finfinnee, Mudde 16, 2017 (FMC)- Agarsiisni Bunaa fi Shaayee daldaltootaa fi dhiheessitoota bunaa Kibba Lixa Itiyoopiyaa hirmaachise Magaalaa Jimmaatti gaggeeffameera.
Abbootiin qabeenyaa…