Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tapha Qillee Salaaleetti…
Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Taphni Qillee tapha aadaa irra caalaa dargaggootaan taphatamuudha.
Ulee Jirmaan Kubbaa Qillee ija/burii mukaarraa qophaa’een taphatama.
Tapha Jibbaa…
Shaggar, Bishooftuu, Gadaa fi Adaamaa — Pilaanii Muummee Haaraan
Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Pilaanii Muummee Haaraa Magaaloota Shaggar, Bishooftuu, Gadaa fi Adaamaa ilaalchisuun ibsi baasan akka itti aanuutti…
Ayyaana Qillee sababeeffachuun ciccituun Humna Elektirikaa akka hin muudanne qophii gahaan taasifame…
Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Wayita Ayyaana qillee ciccituun Humna Elektirikaa akka hin muudanne qophii gahaan taasifame jedhe Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa.
Tajaajilichi…
Baankiin Awaash Ayyaana Qillee Sababeeffachuun harka qalleeyyiif deegarsa taasise
Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Baankiin Awaash Ayyaana Qillee bara 2018 Sababeeffachuun harka qalleeyyii kuma 5 oliif deeggarsa taasise.
Baankichi Birrii miiliyoona 50'n harka…
Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Oomaan waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Oomaan Sheek Kaliifaa Biin Alii Al Haartiin waliin…
Daandiin asfaaltii Finfinnee irraa gara Kaaba biyyattiitti geessu caccabuun hawaasa komachiise
Finfinnee, Mudde 27, 2018(FMC) - Daandiin asfaaltii Magaalota Muka Xurrii, Fiichee fi Garba Gurraachaa keessa darbee gara Kaaba biyyattii geessu ciccituun jiraattoota Godina Shawaa…
Tuutni Gadaa Michillee walannaasaa Halchiisaaf Gooba kenne
Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Tuutni Gadaa Michillee walannaasaa Halchiisaaf Gooba kenneera.
Sirni Gadaa Oromoo aangoo karaa nagayaatiin walii dabarsuu qofa osoo hin ta'in aangoo wal…
Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Qillee sababeeffachuun Maaddii qoodan
Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Qillee sababeeffachuun Jiraattoota magaalichaa kuma 300 oliif maaddii qoodaniiru.…
Gadaan Kaarrayyuu Tuutni Michillee Buttaa qale
Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) - Gadaan Karrayyuu Tuutni Michille aanaa Fantaallee ardaa jilaa Tarree Lediitti guyyaa har'aa barii barraaqa sirna Buttaa Qaluu raawwate.
Sirni buttaa…
Hayyummaan gaaffiif qophii ta’uu qaba – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad hayyummaan dandeettii gaaffiif qophii ta'uu fi gaafachuuti jedhan.
Dooktar Abiy ayyaana hundeeffama waggaa 75ffaa…