Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mariin biyyaalessaa bu’ura wal dhagahuu, waliigaluu fi ijaarsa sirna mootummaa cimaa ti…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan seenaa isee keessatti boqonnaa marii haaraa, hammataa fi tarsiimawaa irra jirti.
Boqonnaan kun carraa seenaqabeessa garaagarummaa…
Paartiin Zimbaabwee ‘ZANU-PF’ Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiif ergaa baga…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2018 (FMC) – Paartiin Zimbaabweetti aangoo mootummaa qabatee jiru ZANU-PF, Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiif, Paartii Badhaadhinaa fi uummata…
Oomisha Biyya keessaa dandeettii ofiin guddisuun bilisummaa diinagdee fi birmadummaaf bu’ura-…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2018 (FMC)- Oomisha Biyya keessaa dandeettii ofiin guddisuun bilisummaa diinagdee fi birmadummaaf bu’ura jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Qe’ee Moodela Hamaasaa eebisan
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2018(FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Qe'ee Moodela Hamaasaa qaama misooma koriidarii baadiyyaa ifatti eebisaniiru.
Dooktar Abiy ergaa fuula…
Ajandaa ijaarsa biyyaa irratti garaagarummaa hin qabnu- Paartilee Siyaasaa
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2018 (FMC)- Ajandaa ijaarsa biyyaa irratti garaagarummaa hin qabnu jedhan Miseensoonni Mana Maree Waloo Partiilee Siyaasaa Naannoo Oromiyaa.
Paartileen Miseensa…
Komishinichi hayyoota wayita Yaa’iin gaggeeffamu xiinxala ogummaa dhiyeessan waliin mari’achaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2018 (FMC)- Komishiniin Maree Biyyaalessaa Itiyoophiyaa hayyoota wayita Yaa’iin gaggeeffamu xiinxala ogummaa dhiyeessan waliin mari’achaa jira
Komishinarri…
Sosochii Qindaa’aan Dameewwan Hundaan Mul’ate Galii Waggaa Itoophiyaa Guddisuuf Humna…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2018 (FMC) — Sosochii Qindaa'aan Dameewwan Hundaan Mul'ate Galii Waggaa Itoophiyaa Guddisuuf Humna Guddaa Qabaata jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad.…
Daandiin qilleensichaa gara Magaalaa Liyoonitti balallii eegale
Finfinnee,Waxabajjii 24, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Faransaay gara Magaalaa Liyoonitti tajaajila balallii eegaleera.
Faransaayitti bakka ga’umsaa 3ffaa yoo ta’u, bakka…
Olka’iinsa dippiloomaasii Itiyoophiyaa, Waltajjiiwwan Naannawaa fi Ardichaa keessatti…
Seenaan hariiroo alaa fi dippilomaasii Itiyoophiyaa bara dheeraa kan lakkoofsisee fi bu’uura cimaa kan qabuudha.
Qajeeltoon dippiloomaasii Itiyoophiyaa hariiroo tumsa hunda galeessa…
Riifoormii dandeettii birmadummaa biyyaa tiksuu guddise…
Faayidaa biyyaalessaa, nageenya lammiilee, sirna heera mootummaa,daangaa biyyaa kabachiisuu fi tiksuu keessatti dhaabbileen nageenyaan qooda olaanaa qabu.
Raayyaan Ittisaa,dhaabbileen…