Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa Waajjira Muummee Baabura Itiyoo Jibuutiitti geggeessan ilaalchisuun ergaa dabarsaniiru.
Ergaan fuula…
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad waajjira Muummee Baabura Itiyoo- Jibuutii daawwatan
Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad waajjira Muummee Baabura Itiyoo- Jibuutii daawwataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har'aa…
Loltummaan gootummaa fi naamusa gaarii uffachuun gufuuwwan utuu hinsodaanne cichoominaan dhaabachuu…
Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Loltummaan gootummaa fi naamusa gaarii gonfachuun gufuuwwan uumamaa fi namtolchee utuu hinsodaatin cichoominaan dhaabchuu gaafata jedhan Ajajaan Ajaja Duula…
Filannoon ijaarsa biyyaa fi nageenya bu’uureessuuf waltajjii ijoodha – Ministeera Nageenyaa
Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa Mahaammad Idriis Filannoon ijaarsa biyyaa fi nageenya bu’uureessuuf waltajjii ijoo ta’uu isaan Paartileen Siyaasaa qophaa’uu…
Pirojektiin daandii saffisaa Mi’eessoo- Dirre Dhawaa akkaataa karoorfameen akka xumuramuuf…
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Ijaarsi pirojektii daandii saffisaa Mi’eessoo- Dirre Dhawaa akkaataa karoorfameen akka xumuramuuf hojjechuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee Itti…
Dandeettii ‘elektirooniki Waarfeeri’ keenya guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira-…
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Elektirooniki Waarfeeriin dhimma jiraachuufi jiraachuu dhabuu ta’aa waan dhufeef damichaan dandeettii keenya guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan…
Birmadummaa deeggarsa namoomaa keenya mirkaneessuuf hojjechaa jirra- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Birmadummaa deeggarsa namoomaa keenya mirkaneessuuf hojjechaa jirra jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.
Obbo Tamasgeen Xurunaan…
Hojiin qulqullina barnootaa fooyyessuuf dandeessisu hojjetamaa jira- Piroofeesar Birhaanuu Naggaa
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Hojiin qulqullina barnootaa fooyyessuuf dandeessisu hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan.
Yuunivarsiitii…
Hawaasni filmaatawwan diijitaalaa fayyadamuun bittaafi gurgurtaa raawwachuu qaba- Ministeericha
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC) – Hawaasni filmaatawwan diijitaalaa fayyadamuun bittaafi gurgurtaa raawwachuu qaba jedhe Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsi Naannawaa.
Ministira…
Godina Baaleetti hanqinni dhiyeessii Humna Elektirikaa barootaaf ture furame – Tajaajilicha
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC) – Godina Baaleetti hanqinni dhiyeessii Humna Elektirikaa magaalootaa fi aanaalee godichaa keessaa barootaaf ture furame jedhe Tajaajilli Elektirikii…