Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kitaabni Ida’amuu Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin barreeffame Afaan Chaayinaatti…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2018 (FMC) - Kitaabni Ida'amuu Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin barreeffame Afaan Chaayinaatti hiikamee dubbisaaf dhihaachuuf akka jiru ibsame.…
Itiyoophiyaan Abbootii Qabeenyaa Dubaay dameewwan invastimantii irratti bobba’aniif deeggarsa…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2018 (FMC) - Imereetota Araba Gamtoomanitti Ambaasaaddarri Guutuu RDFI Ambaasaddar Dooktar Jamaal Bakar Itiyoophiyaan dameewwan inveestimantii adda addaa irratti…
Taphoonni mo’anii darbuu Waancaa Addunyaa har’as itti fufuun ni taphatamu
Finfinnee,Waxabajjii 24, 2018 (FMC) – Taphoota mo’anii darbuu Waancaa Addunyaan morkiin har’a Ingilaandi DR Koongoo, Beeljiyeem ammoo Seeneegaal waliin taasisan ni eegama.
Har’a galgala…
Dadammaqina damee tuuriizimiif seektarri dhuunfaa qooda bakka bu’iinsa hin qabne taphateera…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2018 (FMC) - Dadammaqina damee tuuriizimii Itiyoophiyaatiif seektarri dhuunfaa kallattiin gumaacha maallaqaa gochuun qooda bakka bu'iinsa hin qabne taphachaa…
Xiyyeeffannoo Tuurizimiif kennameef ka’umsi mul’ata keenya – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2018 (FMC) - Xiyyeeffannoo misooma tuurizimiif kennameef ka’umsi mul’ata keenya jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee FDRI…
Yaadamni ida’amuu kan keessatti calaqqise Ikkoo Tuurizimii Wancii – Dandii…
Finfinnee,Waxabajjii 23, 2018 (FMC) – Pirojektiin Ikoo Tuurizimii Wancii-Dandi hawwata turizimii guddaa ta’uu qofa osoo hin taane, faayidaa dinagdee lammiilee mirkaneessaa jira.
Waggoota…
Manneen Amantaa Kiristaanaa Laalibalaa Hambaalee UNESCO Shanan Daawwattoota Gurguddoo Addunyaatiin…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2018 (FMC) - Manneen Amantaa Kiristaanaa Laalibalaa Hambaalee Yuuneskoo (UNESCO) gurguddoo shanan daawwattoota gurguddoo addunyaatiin filataman keessatti…
Birmadummaa Nyaataa mirkaneessuuf qonna ammayyeessuu…
Maraammartoon hiyyummaa barteen oomishuu, wabii nyaataa mirkaneessuu dhabuufi gabaaf oomishuu dhabuurraa kan madduudha.
Galmi isaa wabii nyaataa, ijaarsa dinagdeefi birmadummaa wajjin kan…
Baajatni bara kanaa kutaalee hawaasaa galii gadi aanaa qaban bu’uura kan godhateedha –…
Finfinnee,Waxabajjii 23, 2018 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii idilee 29ffaa gaggeesseen karoora bara 2019 irratti hoggantoota Ministeera Maallaqaa waliin mari’ateera.…
Misooma Qarqara lagaa Inxooxxoo –Qabbanaa yaadama ida’amuu gochaan…
Yaadamni ida’amuu beekumsa xabboo fi dandeettii giddugala godhachuun, kaleessaa fi har'a qindeessuun, biyya fooyyoftee fi badhaadhate dhaloota dhufuuf dabarsuu mul’ata olaanaadha.…