Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haalli waqtaawaa Libaanositti mudate nageenya lammiilee Itiyoophiyaarra rakkoo akka hin qaqqabsiifne…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC) – Haalli waqtaawaa Libaanositti mudate nageenya lammiilee Itiyoophiyaarra rakkoo akka hin qaqqabsiifne itti dhiyeenyaan hordoffiin taasiifamaa jiraachuu…
Maqalee 70 Indartaan Qiddus Giyoorgis injifate
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 3ffaa har’a taphatameen Maqalee 70 Indartaan galchii 1 fi 0n Qiddus Giyoorgis injifateera.
Tapha har’a…
Jijjiiramaa as riifoormiin dhaabbilee nageenyarratti gaggeeffame bu’aa argamsiise – Obbo Adam…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC) – Jijjiiramaa as riifoormiin xiyyeeffannoo addaan dhaabbilee nageenyarratti gaggeeffame bu’aa argamsiisuu Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa…
Aadde Adaanech sadarkaa hojiilee misooma kooriidarii fi deebisanii misoomsuu hojjetamaa jiran…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojiilee misooma kooriidariin terminaalota Taaksii fi Awutoobisoota, Paarkiiwwan…
Egzibiishiniin Torbee Irreechaa Finfinneetti baname
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC) –Egzibiishiniin Torbee Irreechaa kan bara 2017 Giddugala Egzibishinii Magaalaa Finfinneetti banameera.
saganticharratti Hoggantuu Biiroo…
Itiyoophiyaan Baankii Addunyaa waliin waliigaltee Doolaara miiliyoona 70 mallatteessite
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan raawwii pirojektii sirna bulchiisaa ammaayyaaf kan oolu waliigaltee Doolaara miiliyoona 70 Baankii Addunya waliin mallatteessite.…
Pireezidaanti Shimallis Waajjira Ganda Baadiyyaa Ukkee daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)-Jilli Pireezidaanti Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Wallagga Bahaa Aanaa Guutoo Giddaatti Waajjira Ganda Baadiyyaa Ukkee…
Gumiin Balal marsaa 38ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)- Waltajjiin Gumii Balal marsaa 38ffaan mata duree “Irreechi Ibsituu Abdii fi Hawwii Gaariiti” jedhuun gaggeeffamaa jjra.
Waltajjicharratti Hogganaa…
Qonni magaalaa damee qonnaa gabbisuurra darbee dinagdee magaalaa fi hojii uumuu ni guddisa-Dooktar…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)-Qonni Magaalaa damee qonnaa gabbisuurra darbee diinagdee magaalaa fi hojii uumuu ni guddisa jedhan Minisitirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Fayyadamummaa Qonnaan Bulaa mirkaneessuuf Oomishtummaafi Qulqullina Bunaa dabaluun barbaachisaadha…
Finfinnee, Fulbaana 19, 2017 (FBC) – Fayyadamummaa Qonnaan Bulaa mirkaneessuuf Oomishtummaafi Qulqullina Bunaa dabaluun barbaachisaa ta’uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…