Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tajaajilichi Godaantota ugaalaa hin guunnefis garaagarummaa malee tajaajila kennaa jiraachuu ibse
Finfinnee,Mudde 3, 2017 (FMC) – Tajaajilli Gondaantootaa fi Godaansaa Deebitoota Itiyoophiyaa Godaantota ugaalaa hin guunnefis garaagarummaa tokko malee tajaajila kennaa jiraachuu beeksiise.…
IGAD Waliigaltee Ankaaraa akka deeggaru ibse
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)-Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) waliigaltee Ankaraatti Mootummaa Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti gaggeeffame deeggaruuf kutannoo…
Magaalaa Shaggaritti hojii tajaajila lammummaan oomisha sassaabbuun eegalame
Finfinnee,Mudde 3, 2017 (FMC) – Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti dargaggoonni kutaalee magaalaa Shaggar garaagaraa keessaa walitti babba'an Qamadii kilaastaraan misoome…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Hidha Jallisii Welmeel daawwatan
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan pirojektii Hidha Jallisii Welmeel daawwataniiru.
Pirojektichi Aanaa Harannaa Bulluqitti baasii Birrii…
Gurmaa’iinsi Gandootaa haaraan sagantaalee misoomaa dhaqqabamaa taasisuuf gargaara-Dooktar Tasfaayee…
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)-Naannoo Oromiyaatti Gurmaa’insi Gandootaa haaraan sagantaalee misoomaa hanga gandaatti dhaqqabamaa taasisuu fi fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf kan gargaaru…
Mariin Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa milkiin xumurame
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) – Mariisisummaa Pireezidaantii Turkii Reesiip Xaayiib Erdohaaniin Ankaaraatti gaggeeffamaa kan ture mariin Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa milkiin xumurame.…
Godinni Baale Bahaa pootenshaala Qonnaa, Turizimii fi albuudaa olaanaa qaba-Pireezidaanti Shimallis
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Godinni Baale Bahaa pootenshaala Qonnaa,Turizimii fi albuudaa olaanaa qaba jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Dooktar Abiy Eerdohaan waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Turki Reesip Xaayib Eerdohaan waliin dhimmoota gamlameerratti mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad…
Obbo Ibraahim Malkaa Du’aan boqotan
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Qabsa’aa gameessi ummata Oromoo Obbo Ibraahim Malkaan du’aan Addunyaa kanarraa boqotan.
Obbo Ibraahim Malkaan qabsaa’aa gameessa, sirna Abbaa irree Dargii…
‘Airbus A350-1000’ 2ffaan Tajaajila Mijataa kan cimsu ta’uun ibsame
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Xiyyaarri 'Airbus A350-1000' (ET-BAX) 2ffaan tajaajila mijataa fi ammayyaa’a Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa maamiltootaaf kennaa jiru kan cimsu ta’uun…