Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mul’ata keenya dhugoomsuuf nageenyi murteessaadha–Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC)- Mul’ata keenya dhugoomsuuf nageenyi murteessaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Hojiilee Nageenya hojjetamaa jiran…
Lammiilee miiliyoona 4.3’f carraa hojii uumuuf hojjetamaa jira –Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Bara baajataa kana Lammiilee miiliyoona 4.3'f carraa hojii uumuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Damee Qonnaan…
Lammiilee galii gadaanaa argataniif baajanni deeggarsaa Birrii Biiliyoona 300-400 ramadameera-MM…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC)-Lammiilee galii gadaanaa argataniif baajanni deeggarsaa Birrii Biiliyoona 300-400 ramadamuu Minnistirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Idaan alaa Itiyoophiyaa % 30.6 ture yeroo ammaa % 13.7 gadi bu’eera –Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Idaan alaa Itiyoophiyaa % 30.6 ture yeroo ammaa % 13.7 gadi bu’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Bara kana % 10 gadi gadi…
Barri 2017 bara Yaada riifoormii,gochaatti jijjiiruun Itiyoophiyaa qabatamaan jijjiiruu eegallu ta’a…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Bara oomishaa 2017 guddina diinagdee % 8.4 galmeessuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaaffii fi yaada miseensota…
Gaaffilee Miseensota Mana Maree Bakka Bu’ootaa Ummataarraa ka’an keessaa muraasa:
Hojmaata badaan gufuu hojiilee riiformii biyyattiitti gaggeeffamaa jiraanii yoo ta’u, hojmaannii badaan kunneen maal fa’ii?, Sirreessuuhoo tarkaanfiin fudhatamuuf yaadame maali?
…
Daandiin Qilleensichaa Badhaasa Daandii Qilleensaa Filatamaa Afrikaa Injifate
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa badhaasa Daandii Qilleensaa Filatamaa Afrikaa injifateera.
Daandiin Qillensichaa tajaajila imaltootaan Daandii…
Miidiyaaleen gabaasa Sirrii tokkummaa biyyaa cimsan hojjechuu qabu-Dooktar Laggasaa Tulluu
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)-Miidiyaaleen gabaasa Sirrii fi madaalawaa ta’ee haala tokkummaa biyyaa cimsuun hojjechuu qabu jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa…
“Sakatta’iinsa Adeemsa Magaalomsuu: Barbaachisuummaa Hammatoo Haaraa
Seenduubee
Qaroominni kamuu ka’umsa isaatiif magaalaa maqaa dhahata. Dh.K.D. bara 4300 irraa eegalee, magaalonni seenaa dhala namaa keessatti jijjiiramootafi warraaqsoota gurguddaaf…
Pireezidaanti Taayyeen Burundii Bujumburaa galan
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Burundii Bujumburaa galaniiru.
Pireezidaanti Taayyeen Yaa’ii Dureewwaan Gabaa Waloo Biyyoota Afrikaa…