Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Jimmaa, Shaggarii fi Adaamaatti guyyaan daneessummaa sosochii Ispoortii hundaan kabajame
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC) – Qaammeen 4, Guyyaan Daneessummaa mata duree “Daneessummaa keenya tokkummaafi nageenya waaraaf!” jedhuun kabajamaa jira.
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti…
Dooktar Abiy Hojjettootaa fi Daa’immaan waajjirichi guddisaa jiruf Maaddii Qoodan
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hojjettoota Waajjira Ministira Muummee fi Daa’immaan waajjirichi guddisaa jiruuf maaddii qoodaniiru.
Dooktar…
Ministeerri Nageenyaa Qaammee 4, Guyyaa Daneessummaa kabajaa jira
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Qaammeen 4, Guyyaan Daneessummaa mata duree “Daneessummaa keenya tokkummaafi nageenya waaraaf!” jedhuun kabajamaa jira.
Itiyoophiyaanoonnii duudhaa…
Guyyaan Daneessummaa Naannolee garaagaraatti kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Qaammeen 4 “Guyyaa Daneessummaa” naannoleetti sagantaalee garaagaraatiin kabajamaa jira.
Guyyichi Naannoo Harariitti sagantaalee garaagaraan kabajamaa…
Daneessummaa keenya tokkummaafi nageenya waaraaf-BKO
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)-Daneessummaa keenya gabbisuun tokkummaa fi nageenya waaraatti nuceesisa jechuun Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa Ibse.
Biirichi Qaammee 4- ‘Guyyaa…
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee ayyaana bara haaraa sababeeffachuun lammiilee harka qalleeyyii kuma…
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC) – Qaammeen 4, Guyyaan Daneessummaa mata duree “Daneessummaa keenya tokkummaafi nageenya waaraaf!” jedhuun kabajamaa jira.
Bulchiinsi magaalaa Finfinnees…
Sabdaneessummaan keenya bifa keenya, tokkummaan keenyammoo waa’ee jiraachuu keenyaati-Dooktar…
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Sabdaneessummaan keenya bifa keenya, tokkummaan keenyammoo waa'ee jiraachuu keenyaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy…
Itiyoophiyaanonnii fi dhalattoonni Itiyoophiyaa baga guyyaa daneessummaa nagaan geessan-TKM
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanonnii fi dhalattoonni Itiyoophiyaa bagaa guyyaa daneessummaan nagaan geessan jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ergaa dabarse.…
Sagantaan badhaasa “Nama gaarii” gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Sagantaan Badhaasa “Nama Gaarii” marsaa 12ffaan gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti Pireezidantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee dabalatee keessummoonni…
Lammiileen 670 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Saa’ud Arabiyaatti lammiileen Itiyoophiyaa haala rakkisa keessa turan 670 gara biyyaatti deebi’aniiru.
Deebitootaaf deeggarsa barbaachisaa taasisuun…