Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa itti aanuun misoomni avokaadoo xiyyeeffannaan hojjetama – Addisuu…
Finfinnee, Onkoloolessa 15, 2018(FMC) - Sagantaa Ashaaraa Magariisaa itti aanuun hojii misooma avokaadoof xiyyeeffannaan kennamee hojjetama jedhan Ministirri Qonnaa Addisuu Araggaa…
Misoomni koriidarii bifa magaalotaa jijjiiruurra darbee faayidaa dinagdee guddaa qaba – Adam…
Finfinnee, Onkoloolessa 15, 2018(FMC) - Hojiiwwan misooma koriidarii magaalaa Finfinnee barichawaliin kan deemanii fi sdarkaa isaanii kan eeggatanii dha jedhan sadarkaa ministira Muummee…
Itiyoophiyaan seenaa fi mirga qabduun gaaffiin ulaa galaanaa argachuu ishee dhimma jiraachuu fi…
Finfinnee, Onkoloolessa 15, 2018(FMC) - Humni galaanaa Itiyoophiyaa dirqama kennamuuf ba'achuuf sadarkaa dandeessisu irra jira jedhan Ajajaan Humna Galaanaa Itiyoophiyaa Adimiiraalki Itti…
Sadarkaa abbummaa Ulaa Galaanaa keenya mirkaneeffachuu dandeenyurra jirra-Fiildi Maarshaal Biraanuu…
Finfinnee, Onkoloolessa 15, 2018(FMC) - Sadarkaa abbummaa Ulaa Galaanaa keenya mirkaneeffachuu dandeenyu
rra jirra jedhan itamaajor Shuumiin Raayyaa Ittisaa Fiildi Maarshaal Biraanuu Julaa.…
Waadaa Uummata keenya amanamummaan tajaajiluuf seenne hojiirra oolchaa jirra- Kantiibaa Adaanech…
Finfinnee, Onkoloolessa 15, 2018(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen waadaa Uummata keenya amanamummaan tajaajiluuf seenne hojiirra oolchaa jirra jedhan.
Misoomni…
Itiyoophiyaatti ce’umsa caaseffamaa diinagdee irratti taasifameen hojiin bu’aa qabeessii hojjetamaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 15, 2018(FMC)- Itiyoophiyaatti ce’umsa caaseffamaa diinagdee irratti taasifameen hojiin bu’aa qabeessii hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa…
Guddinni damee qonnaa guddina dameewwan biroo waliin walitti hidhamee waan hojjetameef abdii keenya…
Finfinnee, Onkoloolessa 15, 2018(FMC)- Guddinni damee qonnaa guddina dameewwan biroo waliin walitti hidhamee waan hojjetameef abdii keenya qabatamaan arguu dandeenyeerra jedhan Ministirri…
Guyyaan Raayyaa Ittisaa 118ffaan Kabajamaa jira
Finfinnee, Onkoloolessa 15, 2018(FMC) - Guyyaan Raayyaa Ittisaa 118ffaan mata duree "Biyya hin tuqamne, Raayyaa hin sodaanne "jedhuun Kabajamaa jira.
Kabaja Ayyaanichaa irratti Itaamaajor…
Imalli Itiyoophiyaa kan kaleessaarra fooyya’aa dhufeera- Diyaaqoon Daani’eel Kibrat
Finfinnee, Onkoloolessa 15, 2018(FMC)- Imalli Itiyoophiyaa kan kaleessaarra fooyya’aa dhufeera jedhan Gorsaan Dhimmoota Hawaasummaa Ministira Muummee Diyaaqoon Daani’eel Kibrat.…