Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Xiyyaarri haaraan bitame dorgomtummaa Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa kan dabaluudha-L/J Yilmaa…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Xiyyaarri haaraan bitame dorgomtummaa fi sadarkaa Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa kan dabalu ta’uu Walitti Qabaan Boordii Dandichaa fi Ajajaan Humna…
Kaappitaala Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa guddisuuf labsiin ba’e ragga’e
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 4ffaa har’a gaggeesseen labsii Kaappitaala Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa guddisuu fi dhiibba…
Yuunivarsiitiin Finfinnee Miseensa Hundeessaa Waldaa Yuunivarsiitiiwwan BRICS ta’e
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Yuunivarsiitiin Finfinnee Miseensa Hundeessaa Waldaa Yuunivarsiitiiwwan biyyoota BRICS ta’uu beeksise.
Yuunivarsiitichi, Yuunivarsiitiiwwan…
Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa Hidha Haaromsa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa daawwataniiru.
Daawwannicharratti Ministirri Ministeera Bishaanii fi…
Xiyyaarri Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Bitee A350-1000 Finfinnee gale
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Dhaabbata “Air Bus” irraa xiyyaarri bite A350-1000 Faransaay Tuuliis irraa ka’uun Finfinnee galeera.
Daandiin…
Tattaaffiiwwan waloon beela balleessuuf hirmaannaan taasifamuu bu’aa akka argamsiisu abdiin…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Tattaaffiiwwan waloon beela balleessuuf, hundaaf wabii nyaataa mirkaneessuuf hirmaannaan taasifamuu bu’aa akka argamsiisu abdiin qaba jechuun…
Walga’iin Ogeeyyii Naannawaa Daldala Bilisaa Afrikaa 19ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Walga’iin Ogeeyyii Olaanoo Naannawaa Daldala Bilisaa Afrikaa 19ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Walga’ichaan waliigalteewwan naannawaa daldala…
Naannichatti rakkoon nageeyaa karaa nagaan akka furamu qindoominaan hojjechuu barbaachisa jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Naannoo Amaaraatti rakkoon nageeyaa karaa nagaan akka furamu qindoominaan hojjechuun barbaachisaadha jedhame.
Naannicha magaalota garaagaraatti…
Koonfiraansiin ‘Addunyaa Beelarraa Bilisaa’ Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Koonfiraansiin ‘Addunyaa Beelarraa Bilisaa’ Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Koonfiraansicharratti Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad,…
Itiyoophiyaan Yaa’ii Waliigalaa Inerpoolirratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)-Itiyoophiyaan yaa’ii waliigalaa 92ffaa Inerpool Ingiliz Magaalaa Gilaaskootti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti.
Yaa’icharratti Jilli…