Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Shaggarritti Agarsiifni Investimantii Idil Addunyaa baname
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC)- Agarsiisni Invastimantii Idil Addunyaa Magaalaa Shaggar guyyoota sadiif turu Giddu gala Konveenshinii Idil Addunyaa Addisitti banameera.
Magaalaan…
Godina Arsiitti Pirojektonni kuma 1 fi 100 ol Birrii biiliyoona 5.8’n ijaaraman tajaajilaaf…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC)- Godina Arsii aanaalee garaagaraatti Pirojektoonni misoomaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan kuma 1fi 100 ol Birrii biiliyoona 5 fi miiliyoona 800…
Pirojektii Finnaa jiruu fi jireenya hawaasa jijjiire
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC)- Godina Boraana Bahaatti pirojektii Finnaa ijaarame jiruuf jireenya keenya jijjiiree jedhan qonnan Bultoonni Godinicha Aanaa Gooroo Doolaa.…
Hoggansii fi Miseensonni Humna Eegdoota rippabilikaanii Biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC)- Hoggansii fi miseensonni humna Eegdota Rippabilikaanii Hojjettoota Waajjira Ministira Muummee waliin ta’uu gaara Yakkaarratti Biqiltuu Ashaaraa…
Manni Marichaa deeggarsa Dhaabbilee Diimokiraasiif taasisu cimsee itti fufa-Afyaa’ii Taaggasaa…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC)- Dhaabbilee Diimookiraasii bilisaa fi walabaa ijaarsa biyyaa cimaaf gahee qaban caalmaatti guddisuuf Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa deeggarsa isaa…
Gujiin wiirtuu tokkummaa, giddugala aadaafi safuuti – Pireezidaanti Shimallis
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC) –Gujiin wiirtuu tokkummaa, giddugala aadaafi safuuti jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan
Gujiin Woyyuu; Waaqatu…
Pireezidaanti Shimallis Gujiitti hoggantoota WBO waamicha nageenyaa fudhatan simatan
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Gujiitti hoggantoota WBO waamicha nageenyaa fudhatan simatan.
Pireezdaanti…
Kitaabni “Itiyoophiyaawwii Diimookiraasii Fillagaa” duudhaalee aadaa Itiyoophiyaa kan hammate- Obbo…
Finfinnee,Waxabajjii 27, 2017 (FMC) – Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii Obbo Adam Faaraah kitaabni “Itiyoophiyaawwii…
Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee,Waxabajjii 27, 2017 (FMC) – Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Walga’ii idilee 13ffaa bara hojii 4ffaa taa’een ajandaalee afur irratti mari’achuun murtoo dabarseera.…
Kaayyoo fi Maalummaa Mana Murtii Aadaa
Finfinnee,Waxabajjii 27, 2017 (FMC) - Mala aadaatiin wal-diddaa hiikuun Itiyoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa hedduu keessatti jaarraa hedduuf dhimma itti bahamaa tureera.
Mala aadaan…