Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunivarsiitiin Arsii Barattoota kuma 1 ol eebbisise
Finfinnee, Bitootessa 26, 2018 (FMC) - Yuunivarsiitin Arsii Barattoota muummee Barnootaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 16 eebbisiiseera.
Yuunivarsiitichi barnoota sagantaa idilee…
Filattoonni miiliyoonni 36 fi kumni 900 ol galmaa’an – Boordicha
Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) -Hanga Bitootessa 24tti filattoonni miiliyoonni 36 fi kumni 900 fi kumni 71 ol filannoo waliigalaa 7ffaaf galmaa'an jedhe Boordiin Filannoo Biyyaalessaa…
Diinagdee dhiibbaa dandamatu ijaaruu keessatti qonni gahee olaanaa bahataa jira – Obbo Addisuu…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) -Diinagdee dhiibbaa dandamatu ijaaruu keessatti qonni gahee olaanaa bahataa jira jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Addisuu Araggaan.
Godina…
Naannoon Amaaraa Sirreeffamtoota Seeraa kuma 1fi 224’f dhiifama godhe
Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) – Biiroon Haqaa Naannoo Amaaraa murtoo Mana Maree naannichaan Sirreeffamtoota kuma 1 fi 224’f dhiifama godheera.
Hogganaa Ittaanaan Biiroo Haqaa…
Qonnaan Bultoonni Seeftineetiin deeggaramaa turan oomishtummaa qamadiitti ce’uun gargaaramtummaarraa…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) - Qonnaan Bultoonni Sagantaa Seeftineetiin deeggaramaa turan oomishtummaa qamadiitti ce’uun gargaaramtummaarraa bahaniiru jedhe Biiroon Qonnaa Oromiyaa.…
Pireezidaanti Taayyeen Kongiraasii Biyyaalessaa Chaayinaatti Hogganaa Ittaanaa Koree Dhaabbii waliin…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasilalaseen jila Kongiraasii Biyyaalessaa Chaayinaatti Hogganaa Ittaanaa Koree Dhaabbii Wuu Wiihu’aaniin durfamu…
Naannoo Afaar magaalota garaa garaa keessatti hiriirri daggersaa milkaa’ina jijjiirama…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) – Waggaa 8ffaa injifannoo jijjiirama biyyaalessaa sababeeffachuun magaalota naannoo Afaar garaa garaa keessatti hiriirri deeggarsaa milkaa'inoota…
Qooda Fudhattootni Naannoo Tigraay Ajandaa Isaanii Komishinii Marii Biyyaalessaatti Dabarsanii…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC)- Qooda fudhattootni naannoo Tigraay ajandaawwan isaanii Komiishinii Marii Biyyaalessaatti dabarsanii kennaniiru.
Adeemsi ajandaa walitti qabuu qooda…
Mootummaan imaammata, sagantaafi tarsiimoo sirrii biyya badhaate ijaaruuf qabu mul’ise –BKO
Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) –Mootummaan imaammata, sagantaafi tarsiimoo sirrii biyya badhaate ijaaruuf qabu mul’iserra jedhe Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa.
Agarsiifni waadaa…
Manni marichaa lammiilee Godina Gaamoof deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasise
Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa lammiilee Godina Gaamootti balaa sigigaa lafaa fi lolaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasiseera.…