Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan yaadannoon waggaa 20ffaa Looreet Tsaggaayee Gabiramadin geggeeffame
Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC)- Sagantaan yaadannoon waggaa 20ffaa Looreet Tsaggaayee Gabiramadin magaalaa Ambootti geggeeffamee jira.
Sagantaa yaadannoo kana Ministeera Aadaa fi…
Dooktar Abiy Ahimad Azerbaajaan galan
Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoofi jila hoggantoota olaanoo motummaa waliin daawwannaa hojiif Azerbaajaan…
Galii baala shaayee irraa argamuu guddisuuf…
Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan galiibaala shaayii irraa argattuu guddisuuf xiyyeeffannoon hojjatamaa jira- Dooktar Adduunyaa Dabalaa.
Itiyoophiyaan baala shaayii…
Miidiyaaleen kaayyoo waliigalaa maree biyyaalessaa bu’uureffachuun akka gabaasan gaafatme
Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC)- Komiishiniin Maree Biyyaalessaa Itiyoophiyaa miidiyaaleen kaayyoo waliigalaa maree biyyaalessaa bu'uureffachuun akka gabaasan waamicha dhiyeesseera.…
Lolaa Sirnaan bulchuun nageenya lammiilee eegsisuufi misoomaaf oolchuun barbaachiisaadha- Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC)- Lolaa Sirnaan bulchuun nageenya lammiilee eegsiisuufi misoomaaf oolchuun barbaachiisaadha jedhan Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar…
Aangoo kennuu fi fudhachuun eeyyama ummataan qofa ta’uu qaba – Abbootii Gadaa
Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC) – Aangoo kennuu fi fudhachuun eeyyama ummataan karaa nagaan qofa ta’uu qaba jedhan Abbootiin Gadaa Oromiyaa.
Filannoon Waliigalaa 7ffaan bara kana…
Shaggaritti ijaarsi Manneen barnootaa 69 xumuramuun tajaajilaaf qophii ta’an
Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti ijaarsi Manneen barnootaa 69 xumuramuun tajaajilaaf qophii ta’an jedhe Waajjirri Barnootaa magaalichaa.
Manneen…
Waltajjiin Faanaa paartilee Siyaasaa hundaaf Carraa kan kennee dha – Paartilee Siyaasaa
Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC)- Waltajjiin Faanaa paartilee Siyaasaa hundaaf Carraa kan kennee dha jedhan Paartileen Siyaasaa.
Faanaa Miidiyaa Korpooreeshin Filannoo Waliigalaa…
Magaalonni keenya qonnaan bulaa liqimsuu dhaabanii, qonnaan bulaa hammachuun, dinagdee waliinii ni…
Finfinnee, Guraandhala 18, 2018( FMC)- Magaalonni keenya qonnaan bulaa liqimsuu dhaabanii, qonnaan bulaa hammachuun, dinagdee waliinii ni ijaaru jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Pireezidaanti Taayyeen Pireezidaantii Israa’el waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 18, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Israa’el Ayizaak Heerzoog waliin mari’ataniiru.
Pireezidaanti Taayyeen gama Miidiyaa…