Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaadonni furmaataa ajandaa gareewwan hojiif dhiyaachuu eegalan
Finfinnee, Hagayya 2, 2018 (FMC) - Yaadonni furmaataa ajandaa gareewwan hojiif dhiyaachuu eegalaniiru jedhe Komishiniin Marii Biyyaalessaa.
Miseensonni garee 30 tokkoon tokkoo gareewwan…
Ulaa Galaanaa guddina diinagdee Waaraaf
Finfinnee, Hagayya 2, 2018 (FMC) — Ulaan galaanaa sochii diinagdee, hawaasummaa fi siyaasaa biyya tokkoof baay'ee murteessaa dha.
Daldalli idil-addunyaa %80 ol kan raawwatamu karaa…
Marichi rakkoolee baroottaniif turan furuun biyya cimtuu ijaaruuf dandeessisa- Mari’attoota
Finfinnee, Hagayya 2, 2018(FMC)- Marichi rakkoolee baroottaniif turan furuun biyya cimtuu ijaaruuf dandeessisa jedhan mari’attoonni yaa’ii marii biyyaalessaa.
Akka mari’attoonni kunneen…
Ashaaraan magariisaa dandeettii marii qabeenya qilleensaa Afrikaa guddisa- Dippiloomaatota
Finfinnee, Hagayya 2, 2018(FMC)- Sagantaan Ashaaraan magariisaa Itiyoophiyaa dandeettii marii qabeenya qilleensaa Afrikaa guddisa jedhan dippiloomaatonni Afrikaa.
Gamtaa Afrikaatti…
Ministirri Mummee Dooktar Abiy Ahimad OBN waliin turtii taasisaniin dhimmoota ijoo kaasan keessaa:
👉 Ummanni Oromoo seenaa isaa dheeraa keessatti yeroo kamiyyuu sirna gita bittootaa irratti yoo ta'e malee, Itiyoophiyaa irratti mormii kaasee hin beeku. Gaaffiin isaa yeroo hunda sirna…
Ministirri Muummeen Dooktar Abiy Ahimad OBN waliin turtii taasisaniin, seenaa ijaarsa mootummaa…
👉 “Oromoon ibsituu tokkummaa Itiyoophiyaa ti; Oromoon yoo hin jiraanne, Itiyoophiyaan hin jirtu.”
👉 “Oromoon ijaarsa Itiyoophiyaa keessatti hapheentokkummaa ti.”
👉 “Daangaa…
Oromoon bilisoomeera; lamuu gabirummaaf qophaa’a miti” – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 2, 2018(FBC) - Jijjiirama mootummaa biyyattiitti dhufeen bilisummaan Oromoo guutummaatti mirkanaa'eera jedhan Minisitiirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar…
“Oromoon ala tokkummaa Itiyoophiyaa eeguu fi dhugoomsuun hindanda’amu” – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Hagayya 1, 2018(FMC) - MinistIrri Muummee Dooktar Abiy Ahimad gumaacha ummanni Oromoo ijaarsa biyya Itioophiyaa keessatti bahate balinaan ibsuun, “Oromoon haaphee tokkummaa…
Oromoon hin jiru taanaan Itiyoophiyaan hin jirtu- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 1, 2018 (FMC) – Oromoon hin jiru taanaan Itiyoophiyaan hin jirtu jedhan Mnistirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad turtii OBN…
Oromoof lafti lafeedha- Dooktar Abiy Ahmad
Finfinnee, Hagayya 1, 2018( FMC)- Ministirri Mummee Dooktar Abiy Ahimad Oromoof dhimmi lafaa dhimma diinagdee qofa akka hin taane ibsan.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad turtii OBN…