Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bara 2018 Diingadeen Itiyoophiyaa % 10.2 ni guddataan eegama
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Bara baajataa 2018 keessa Diingadeen Itiyoophiyaa % 10.2 ni guddataan eegama.
Manni Maree Ministirootaa raawwii karooraa hojii guyyoota 100'n…
Haala qabatamaa diinagdee Addunyaan Itiyoophiyaan cimina addaa fi guddina saffisaa argamsiiste- WMM
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – haala qabatamaa diinagdee Addunyaan Itiyoophiyaan cimina addaa fi saffiisa guddinaa argamsifteetti jedhe Waajjirri Ministira Muummee.
Manni Maree…
Godinaalee oomishaaleen sassaabbiif hin geenyetti hojiin kunuunsaa fi eegumsa midhaanii hojjetamaa…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Godinaalee oomishaaleen sassaabbiif hin geenyetti hojiin kunuunsaa fi eegumsa midhaanii hojjetamaa jira jedhe Biiroon Qonnaa Oromiyaa.
Yeroo ammaa…
Sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtuu bu’a qabeessummaa indaastiriiwwanii mirkaneessaa jira- Obbo…
Finfinnee, Onkoloolessa 13, 2018(FMC)- sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtuu bu’a qabeessummaa indaastiriiwwanii mirkaneessaa jira jedhan Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo…
Godinichatti balaa Konkolaataa mudateen lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Godina Shawaa Bahaa Aanaa Boosatiitti balaa Konkolaataa mudateen lubbuun namoota 9 darbe.
Konkoolataan deddeebisa ummaataa Isuuzuu jedhamu…
Godinaalee 10 keessatti oomishaaleen qonna gannaa mala ammaayyaa fi aadaan sassaabamaa jira –…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti oomishaaleen qonna gannaa mala ammaayyaa fi aadaan qulqullinaan sassaabamaa jira jedhe Biiroon Qonnaa naannichaa.
Godinaalee…
Hidhi Haaromsaa eenyummaa waloo fi asxaa tokkummaa injifannoo olka’iinsa Itiyoophiyaa bu’uuressedha…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) - Hidhi Guddichi Itiyoophiyaa eenyummaa waloo fi asxaa tokkummaa injifannoo dhugaa olka’iinsa Itiyoophiyaa bu’uuressedha jedhan Itti Aanaan…
Lammiileen biyya alaa yeroo viizaa isaanii dabarsan kumni 36 adabaman
Finfinnee, Onkoloolessa 13, 2018 (FMC)- Lammiileen biyya alaa yeroo viisaa isaaniif kenname dabarsan kumni 36 ol adabamuun seera qabeessaa ta’aniiru jedhe Tajaajilli Immigireeshiniifi…
Hidhi Haaromsaa Pirojektii humna abjuu Itiyoophiyaa bu’uuresse; olka’iinsa Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Mariin Gumii Balal marsaa 46ffaan mata duree "Injifannoo Hidha Haaromsaa: Abdiirraa Gara Ifa Qabatamaatti" jedhuun gaggeeffamaa jira.
Hidhi…
Baankiin Addunyaa ajandaa misoomaa Itiyoophiyaa guddisuuf deeggarsa faayinaansii fi teekinikaa…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) –Baankiin Addunyaa ajandaa misoomaa Itiyoophiyaa guddisuuf deeggarsa Faayinaansii fi Teekinikaa olaanaa taasisaa jira jedhan Ministirri Ministeera…