Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonniifi hojjettoonni Biirolee Oromiyaa Injifannoowwan Bitootessa 24 sababeeffachuun sochii…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2018 (FMC) – Hoggantoonniifi hojjettoonni Biirolee Oromiyaa Injifannoowwan Bitootessa 24 sababeeffachuun dirree Ispoortii Calcaliitti sochii Ispoortii waloo…
Itiyoophiyaafi Chaayinaan tumsa misoomaa cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 24, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaafi Chaayinaan tumsa misoomaa waloo haal cimsuun danda’amurratti mari’ataniiru.
Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen…
Ergaa Ministira Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Bitootessa 24, 2018(FMC) - Bitootessa 24 guyyaa jijjiiramni itti dhugoome sababeeffachuun Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa dabarsaniiru.
Ergaan…
Hojiin ajandaa walitti qabuu Naannoo Tigraay Finfinneetti eegalamuun waan sirriidha – Aadde Keeriyaa…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2018 (FMC) – Hojiin ajandaa walitti qabuu Naannoo Tigraay Finfinneetti eegalamuun waan sirriidha jedhan Aadde Keeriyaa Ibraahiim.
Komiishiniin Marii Biyyaalessaa…
Inisheetiivii Maaddii Guutuu faayidaa wabii nyaataa fi guddina diinagdee argamsiise
Finfinnee, Bitootessa 23, 2018 (FMC) – Waggoottan jijjiirama darban hojiirra kan oole Inisheetiiviin Maaddii Guutuu faayidaa wabii nyaataa fi guddina diinagdee argamsiiseera.
Sagantaan…
Tuurizimii Konfiransii guddachaa dhufe…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2018(FMC)- Tuurizimin Konfiransii guddachaa dhufe waltajjiiwwan dippiloomaasiifi daldalaan Itiyoophiyaa Afrikaarraa filatamtuu taasisaa jira.
Hojiilee…
Waltajjii Faanaa marsaa 3ffaan falmii Paartileen Siyaasaa dhimma Imaammata Afaaniifi Aadaarratti…
Paartileen falmiirratti hirmaatan
1.Paartii Badhaadhinaa,
2. Adda Bilisummaa Oromoo,
3.Paartii Bilisummaa fi Walqixxummaa,
4.Paartii Tumsa Tokkummaa Itiyoophiyaa fi
5.Paartii…
Qabsoo Itiyoophiyaa- jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuu irratti…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2018(FMC)- Rakkoolee addunyaa haalaan qoraa jiran keessaa rakkoon jijjiirama qabeenya qilleensaa isa tokko.
Itiyoophiyaan waggoottan jijjiiramaa darbanitti…
Imaammata, tarsiimoofi sagantaalee garaagaraa qopheessuun badhaadhina bu’uura amansiisaa…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2018(FMC)- Mootummaan imaammata, tarsiimoofi sagantaalee garaagaraa qopheessuun badhaadhina bu'uura amansiisaa irratti ijaaraa jira jedhan Hogganaan Biiroo…
Itiyoophiyaa kufaatiirraa baraaruun daandii imala badhaadhinaa jalqabsiifneerra- Obbo Kaffaaloo…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2018(FMC)- Hojii filannoo hanga filannootti waadaa gochaan dhugoome hojjenneen Itiyoophiyaa kufaatiirraa baraaruun daandii imala badhaadhinaa jalqabsiifneerra…