Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kabajaa fi dandeettii barsiisotaa guddisuuf hojjetamaa jira – Piroofeesar Birhaanuu Naggaa
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – Kabajaa fi dandeettii barsiisotaa guddisuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan ibsan.…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Harargee Lixaatti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisan durfamu Godina Harargee Lixaa Aanaa Gumbii Bordoddeetti hojiilee misoomaa garaa…
Manni marichaa walga’ii Ariifachiisaa gaggeesseen kallattii furmaataa garaagaraa kaa’e
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – Manni Maree Hoggansa Sodaa Balaa Itiyoophiyaa walga’ii ariifachiisaa gaggeesseen dhimmoota ijoo 7 irratti kallattii furmaataa kaa’e.
Ministira Muummee…
Yuunivarsiitichi Barattoota Ogumma garaagaraan leenjisaa ture eebbisise
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Raayyaa Ittisaa Biyyaa barattoota muummee barnoota garaagaraan leenjisaa ture eebbisiseera.
Sirna eebbicharratti Ministirri Ministeera…
Hojiileen Sagantaa Ashaaraa Magariisaan gaggeeffaman dhaloota egereef kan darbaniidha-Billenee…
Finfinnee, Hagayya 10, 2016(FBC)– Hojiileen Sagantaa Ashaaraa Magariisaan gaggeeffaman dhaloota egereef hojiilee darban ta'uu Itti Gaafatamtuun Pirees Sekireetaariyaatii Waajjira Ministira…
Ogummaa babal’isuun xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamuu qaba-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Hagayya 10, 2016(FBC)– Inisheetivoota babal'isuu fi idileessuu dabalatee ogummaa babal’isuun xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamuu akka qabu Pireezidaantiin Mootummaa…
Nagaa ummata Somaaliyaaf Raayyaan Ittisa Itiyoophiyaa wareegama olaanaa kaffaleera-F/M Birhaanuu…
Finfinnee, Hagayya 10, 2016(FBC)– Nagaa ummata Somaaliyaaf Raayyaan Ittisaa Biyyaa Itiyoophiyaa wareegama olaanaa kaffaluu Itaamaajoor Shuumiin Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi…
Atileetonni, Ogeeyyiin Midiiyaa fi Artistoonni biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Hagayya 10, 2016(FBC)– Atileetonni, ogeeyyiin midiiyaa fi artistoonni Giddugalaa Biqiltuuwwan Guullalleetti Ashaaraa Magariisaan biqiltuu dhaabaniiru.
Kunis, Ministirri Muummee…
Obbo Tamasgeen Xurunaan hojiilee misoomaa Magaalaa Dirree Dhawaa daawwatan
Finfinnee, Hagayya 10, 2016(FBC)– Ministirri Muummee Ittaanaa Obbo Tamasgeen Xurunaan hojiilee misoomaa Magaalaa Dirree Dhawaatti hojjetaman daawwataniiru.
Daawwannaa isaaniin, hojiilee…
Ambaasaaddar Taayyeen Miseensa Boordii Fooramii Xaanaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 10, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Muummee Duraanii Burkinaafaasoo fi Miseensa Boordii Fooramii Xaanaa…