Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Leeqaa 2 – 1 Dambi Doolloo
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) –Tapha baniinsaa Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 1ffaa har'a taphatameen Kilabni Leeqaa, Magaalaa Dambii Doolloo injifateera.
Leeqaan galchii 2 fi 1n…
Aadde Adaanech rakkoo mana jireenyaa furuuf manneen ijaaramaa jiran daawwatan
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) –Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen rakkoo mana jireenyaa furuuf manneen jireenyaa ijaaramaa jiran daawwataniiru.
Adeemsa ijaarsaa…
Jilli Dooktar Tasfaayee Baljigeen durfamu magaalaa Naqamteetti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Jilli Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti Ministira Waamamaa Olaanaa Mootummaa Dooktar Tasfaayee Baljigeen durfamu magaalaa Naqamteetti hojiilee misoomaa…
Oromiyaatti Waltajjiin Ajandaa walitti qabuu marii biyyaalessaa boru eegala
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Waltajjiin Ajandaa walitti qabuu boru kan eegalu ta'uu Komishiniin Maree biyyaalesaa beeksise.
Waltajjiin kun guyyaa boruu magaalaa…
Shaggaritti Sosochiin torbee nageenya tiraafikaa gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Magaalaa Shaggaritti sosochiin torbee nageenya tiraafikaa'mata duree 'Sababa Kootiin lubbuun nama tokkoo darbuu hin qabu!' jedhuun gaggeeffameera.…
Finfinneetti sosochiin ga’umsa qaamaa hoggantoota olaanaa hirmaachise gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Finfinneetti sosochiin ga'umsa qaamaa Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee dabalatee hoggantoota olaanaa hirmaachise gaggeeffameera.…
Piroojektiin Soolaarii humna Ekektirikaa Kiiloo Waattii 370 maddisiisu eebbifame
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 95 kan hojjetame Piroojektiin Soolaarii Odaa humna Ekektirikaa Kiiloo Waattii 370 maddisiisu eebbifameera.
Humni kun…
Piroojektiin sarara Elektirikii Baha Afrikaa Keeniyaa irraa gara Taanzaaniyaatti humna dabarsuu…
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Qaama bu’uura Misooma humna Elektirikaa Itiyoophiyaa, Keeniyaa fi Taanzaaniyaa kan ta’e proojaktiin sarara Elektirikaa Baha Afrikaa Keeniyaa irraa gara…
Xiyyaarri rakkoon teeknikaa isa mudate daqiiqaa 30 booda deebi’ee qubate – Daandii…
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Xiyyaarri Itiyoophiyaa Finfinneerraa gara Dubaayi imala eegalee ture rakkoo teeknikaa isa mudateen daqiiqaa 30 booda deebi'uun qubachuu Daandiin Qilleensaa…
Ministiroonni naannolee garaagaraatti hojiilee misoomaa gaggeeffamaa jiran daawwatan
Finfinnee, Mudde 5, 2017 (FMC)- Ministiroonnii fi qondaaltoonni olaanoon mootummaa naannolee garaagaraatti hojiilee misoomaa gaggeeffamaa jiran daawwataniiru.
Ministirri Ministeera…