Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Milkaa’ina Maree Biyyaalessaaf qaamoleen tumsitootaa fi dhaabbileen deeggarsa isaanii cimsuu qabu-…
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) -Milkaa’ina Maree Biyyaalessaaf qaamoleen tumsitootaa fi Dhaabbileen deeggarsa isaanii cimsanii itti fufu qabu jedhan Komishinarri Olaanaan Komishinii Maree…
Haaromsi Mana Amantaa Kiristaanaa Qulqulluu Goorgis Gannata Tsigee Mannaagashaa seenaa isaa guutuu…
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan hojiin haaromsa Mana Amantaa Kiristaanaa Qulqulluu Goorgis Gannata Tsigee Mannaagashaa seenaa isaa…
Hawaasnii fi dhaabbileen hundi malaammatummaa ittisuurratti abbummaan qabsaa’uu qabu- Kantiibaa…
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC)- Hawaasnii fi dhaabbileen hundi malaammatummaa ittisuurratti abbummaan qabsaa’uu qabu jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.…
Saffisni, kalaqni, baay’innii fi qulqullinni badhaadhina Itiyoophiyaaf murteessoodha – Dooktar…
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) – Mootummaan badhaadhina Itiyoophiyaa mirkaneessuuf daandiwwan Saffisaa, kalaqaa, baay’inaa fi qulqullinaa hordofa jedhan Paartii Badhaadhinaatti Hogganaan…
Itiyoophiyaan rakkooleen Afrikaa Afrikaanotaan akka furamaniif kutannoon hojjechaa jirti- Injiinar…
Finfinnee, Mudde 2, 2018(FMC) - Itiyoophiyaan rakkooleen Afrikaa Afrikaanotaan akka furamaniif kutannoon hojjechaa jirti jedhan Ministirri Ittisaa Injiinar Ayishaa Mahaammad.
Yaa'iin…
Magaalichatti gamoowwan bulchiinsaa aanaalee ijaaramaa turan hojii eegalan
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen guyyaa har’aa gamoowwan bulchiinsaa aanaalee abbaa darbii 10 sadii gara hojiitti galchine jedhan.…
Oromiyaatti buna qulqulluu kuntaala miiliyoona 6 ol gabaa giddugaleessaaf dhiyeessuuf…
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC)- Oromiyaatti bara kana buna ququllinni isaa eegame kuntaala miiliyoona 6 fi kuma 500 gabaa giddugaleessaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Qonnaa…
Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa ta’uuf xiyyeeffannoon hojjechaa jirti- Dooktar…
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa ta’uuf xiyyeeffannoon hojjechaa jirti jedhan Ministirri Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa…
Dhaabbata Daldalaa Addunyaatti makamuuf mariiwwan baatiiwwan torban darban keessa gaggeeffaman…
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC)- Dhaabbata Daldalaa Addunyaatti makamuuf mariiwwan baatiiwwan torban darban keessa gaggeeffaman milkaa’oo turan jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo…
Seenessi gita bittaa Ijipti laga Abbayyaa irratti adeemsistu yeroon isaa irra darbeera- Dooktar…
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC)- Seenessi gita bittaa Ijipti laga Abbayyaa irratti adeemsistu yeroon isaa irra darbeera jedhan Waajjira Ministira Muummeetti Ministirri Qindeessaa Ijaarsa…