Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hannaafi mancaatii bu’uuraalee misoomaa elektirikaa irra gahu ittisuuf waamichi dhiyaate
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC)- Hannaafi mancaatii bu’uuraalee misoomaa elektirikaa irra gahu ittisuuf hundi qooda isaa akka bahatu waamichi dhiyaate.
Hojii raawwachiisaan Kominikeeshinii…
Lammiin Maalaawwii Artiistii beekamtuun Oomoo Saangareen hojiilee misoomaa Finfinneetti hojjetamaa…
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Falmattuun mirga dubartoota Afrikaa, badhaafamtuun Giraamii Awwaardi Lammiin Maalaawwii Artiistii beekamtuun Oomoo Saangareen hojiilee misoomaa Finfinneetti…
Itiyoophiyaa fi Zaambiyaan damee loltummaan tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Zaambiyaan damee loltummaan tumsaan hojjechuuf waliigaltee isaan dandeessisu mallatteessan.
Itaamaajoor Shuumiin waliigalaa Humna Waraanaa…
Gifaataan “UNESCO”n galmeeffammun ga’ee olaanaa qaba-Ministeericha
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) - Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Walaayitaa Gifaataan ambaa kiliyaa Addunyaa ta'ee "UNESCO"tti galmaa'uun isaa dudhaa isaa eeggatee dhaloota irraa dhalootatti…
Ministeerichi Magaalaa Maqaleetti ijaarsa Piroojektii dhabamsiisa dhangala’aa eegalchiise
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Ministeerri Bishaanii fi Inarjii Magaalaa Maqaleetti Piroojektii dhabamsiisa dhangala’aa Birrii biiliyoona 2.24 oliin ijaaramu eegalchiiseera.…
Godina Horroo Guduruu Wallagaatti qamadiin Buusaa Gonofaan misoome walitti qabamaa jira
Finfinnee, Mudde, 1, 2018 (FMC)- Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Guduruutti qamadiin Buusaa Gonofaan lafa hektaara 70 irratti misoome Kombaayinaraan walitti qabamaa jira.
Oomisha…
Dhaloota malaammaltummaa balaaleffatu horachuun barbaachisaadha – Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Dhaloota namuusa qabuu fi malaammaltummaa balaaleffatu horachuuf xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo…
Faanaa Miidiyaa Koorporeeshiniif beekamtiin kenname
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin malaammaltummaa qolachuuf hojiilee hojjeteef beekamtiin kennameefira.
Guyyaa farraa malaammaltummaa 22ffaa kabajamaa…
Itiyoophiyaan qabsoo farra malaammaltummaaf xiyyeeffannoo addaa kennitee hojjetaa jirti – Dooktar…
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan akkaataa qajeeltoo Konveeshinii Farra Malaammaltummaa idil addunyaan malaammaltummaa qolachuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetaa jirti jedhan…
Itiyoophiyaan Damee Inarjiin guddina Ardiichaaf waloon hojjechuuf murannoo qabdi – Obbo Adam…
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) –Itiyoophiyaan damee Inarjiin guddina Ardichaaf waloon hojjechuuf murannoo qabdi jedhan Sadarkaa Ministira Muummeet Itti aanaatti hogganaan Giddugala Ijaarsa…