Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Wixineen Baajata bara 2019 Birrii Tiriiliyoona 2.33 ol ta’uun dhiyaate
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018(FMC)- Manni Maree Ministirootaa wixineen baajata bara 2019 Birrii Tiriiliyoona 2.33 ol ta'uun Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataaf akka qajeelfamu murteesseera.…
Oromiyaatti qormaanni sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa Waxabajjii 8 kennamuu eegala
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018(FMC)- Naannoo Oromiyaatti qormaanni sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa Waxabajjii 8, 2018 irraa eegalee kennamuu eegala jedhe Biiroon Barnootaa Naannichaa.…
Kaampiiwwan keessatti filattoonni sagalee isaanii kennaa jiru
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018( FMC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Caamsaa 24, 2018 Filannoo Waliigalaa 7ffaa gaggeessuun isaa ni beekama.
Boordichi aangoo bu’uura labsii filannoo,…
Galmoota qabsoo Oromoo keessaa ijoon ummata dinagdeen aangoome ijaaruudha – Pir.Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Galmoota qabsoo Oromoo keessaa ijoon ummata dinagdeen aangoome, omishaan ofdanda'eefi badhaadhina irraa qooda argatu ijaaruudha jedhan Pireezidaantiin…
Dooktar Geediyoon Komishinara bulchiinsa Sodaa, qophummaa fi walqixummaa Gamtaa Awurooppaa waliin…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimooyiyoos Komishinara bulchiinsa Sodaa, qophummaa fi walqixummaa Gamtaa Awurooppaa Hajaa…
Inisheetiivii misooma Muduraa fi Kuduraan dinagdee biyyaa guddisuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Oromiyaatti Inisheetiivii misooma Muduraa fi Kuduraan dinagdee biyyaa guddisuuf hojjetamaa jira.
Mootummaan federaalaa, akkasuma kan naannoo Oromiyaa…
Tuulamni Sadan Ardaa Jilaa Dhaka Koraatti walirraa fuudhinsa Baallii gaggeessaa jiru
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Tuulamni Sadeen Ardaa Jilaa Dhaka Koraatti walirraa fuudhinsa Alangee Gadaa Gaggeessaa jiru.
Sirni Gadaa Oromoo sirna Siyaasa, Dinagdeefi Hawaasummaa…
Yuunivarsiitiwwan lamaan qonna jijjiirama qilleensaa dandamachiisurratti sagantaa Dooktoreetii…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiiwwan Haramayaa fi Samaraa qonna jijjiirama qilleensaa dandamachiisurratti sagantaa Dooktoreetii waloon eegalchiisaniiru.
Tumsi kunis…
Moorawwan Buqqaatoota biyya keessaa fi waraanaatti adeemsi sagalee kennuu guyyaa boruu gaggeeffama –…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Moorawwan Buqqaatoota biyya keessaa fi waraanaa, akkasuma buufataalee addaatti adeemsi sagalee kennuu guyyaa boruu gaggeeffama jedhe Boordiin Filannoo…
Poolisiin Federaalaa akkaataa seenaa fi guddina Itiyoophiyaa madaaluun hojjechaa jira- Komishinar…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC)- Poolisiin Federaalaa akkaataa seenaa fi guddina Itiyoophiyaa madaaluun karaa ammayyawaa ta’een hojjechaa jira jedhan Komishinarri Jeneraalaa Poolisii…