Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Shaashamanneetti guyyaa har’aa biqiltuuwwan miiliyoonni 2 ol dhaabamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC) – Magaalaa Shaashamanneetti duula dhaabbii biqiltuun guyyaa har'aa biqiltuuwwan gosti garagaraa miiliyoonni 2 ol dhaabamaa jira.
Magaalattiitti bara…
Itiyoophiyaan yaa’ii idil addunyaa Faayinaansiin misoomaaf qopheessuuf waliigaltee mallatteessite
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan yaa’ii idil addunyaa Faayinaansiin misoomaaf qopheessuuf Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin waliigaltee mallatteessite.
Yaa’ii…
Sululoota balaa lolaaf saaxilamoo ta’anirratti hojiin ittisaa itti fufiinsaan hojjetamaa jira – Dr.…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC) – Sululoota balaa lolaaf saaxilamoo ta’anirratti hojiin ittisaa itti fufiinsaan hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar…
Naannoo Harariitti hojiileen damee tuurizimii guddisuuf hojjetamaa jiran jajjabeeffamuu qabu –Aadde…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)-Naannoo Harariitti hojiileen damee tuurizimii guddisuuf hojjetamaa jiran jajjabeeffamuu qabu jedhan Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa…
Lammiileen kumni 1 fi 169 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 169 gara biyyaatti deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen balalii marsaa…
Itiyoophiyaan Giriikitti Waajjira Qoontsilaa bante
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Giriikitti Waajjira Qoontsilaa Itiyoophiyaa banaaniiru.
Ambaasaaddar Misgaanuun…
Iraan Itiyoophiyaa waliin damee qonnaan walta’iinsaan hojjechuuf fedhii qabaachuu ibsite
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Iraan Alii Akibaar waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniinis…
Oromiyaatti hanga ammaatti Biqiltuun biiliyoonni 3.2 dhaabamuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaan hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni 3.2 dhaabamuu Biiroon Qonna naannichaa ibse…
Lammiileen biyya alaa tikeeta imalaa Itiyoophiyaatti bitan sharafa alaan kaffaluu akka qaban…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa lammiileen biyya alaa tikeeta imalaa isaanii Itiyoophiyaatti bitan sharafa alaan kaffaluu akka qaban beeksise.…
Balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Godina Geediyoo Aanaa Corsootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 9 darbuun ibsame.
Balichi konkolaataan fe’uumsa Diillaarraa gara…