Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tokkummaa sabdaneessaa walqixummaarratti hundaa’een Itiyoophiyaa jabduu ijaarra –…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2018 (FMC) – Tokkummaa sabdaneessaa walqixummaa fi haqummaarratti hundaa’een Itiyoophiyaa kabajamte, misoomtee fi jabduu ijaarra jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee…
Damee qonnaa galteefi makaanaayizeeshiniin deggaruuf hojjetamaa jira- Obbo Addisuu Araggaa
Finfinnee, Sadaasa 29, 2018(FMC)- Damee qonnaa galtee gahaafi makaanaayizeeshiniin deggaruuf hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Addisuu Araggaan.
Ministeeronni…
Itiyoophiyaan biyya abdii hedduun guutamteedha- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 29, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan biyya abdii hedduun guutamteedha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad kabaja…
Paartiin Badhaadhinaa Guyyaa Ayyaana Saboota Sablammootaafi Uummattoota Itiyoophiyaa 20ffaa…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2018 (FMC)- Paartiin Badhaadhinaa Guyyaa Ayyaana Saboota Sablammootaafi Uummattoota Itiyoophiyaa 20ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.
Guyyaan…
Magaalaan Jimmaa guyyaa Saboota, Sablammoota fi Ummaattootaa 21ffaa akka qopheessitu filatamte
Finfinnee, Sadaasa 29, 2018 (FMC) – Guyyaan Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itiyoophiyaa 21ffaan bara dhufu naannoo Oromiyaa Magaalaa Jimmaatti akka qophaa'uuf murtaa'e.…
Guyyaan Saboota Sab-lammootaafi Uummattootaa eenyumaa waloo Itiyoophiyaanotaa kan cichoomsuudha…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2018 (FMC) – Kabajni guyyaa Saboota Sab-lammootaafi Uummattootaa eenyummaa waloo Itiyoophiyaanotaa kan cichoomsuudha jedhan Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii obbo…
Itiyophiyaanonni seenessa qoodinsaa qolachuun nageenyaa fi misooma waaraaf waardiyyaa dhaabbachuu…
Finfinnee, Sadaasaa 28, 2018 (FMC) - Itiyophiyaanonni seenessa qoodinsaa qolachuun nageenyaa fi misooma waaraaf waardiyyaa dhaabbachuu qabu jedhan Emereetota Arabaa Gamtoomanitti…
Tajaajila waraqaarraa bilisaa dhamaatii qaamolee haqaa fi abbootii dhimmaa hir’ise
Finfinnee, Sadaasa 28, 2018(FMC) - Manni Murtii Olaanaa Godina Arsii tajaajila waraqaarraa bilisaa hojiirra oolchuun kenna tajaajila si'ataafi qaqabamaa taasisuuf hojjechaan jira jedhe.…
Waltajjichaan badhaadhina gama maraa mirkaneessuuf aadaa hojii fooyya’aan hojjechuun akka…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2018 (FMC)- Leenjii hoggantootaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffameen badhaadhina gama maraa mirkaneessuuf aadaa hojii fooyya’aan hojjechuun akka barbaachisu…