Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Komishinichi Maallaqaa fi qabeenya Mootummaa seeraan ala qisaasaman deebisiise
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Komishiniin Namusaa fi farraa malaammaltummaa oromiyaa maallaqaa fi qabeenya mootummaa seeraan ala qisaasaman deebisiisuu beeksise.
Komishinichi…
Ramaddiin sadarkaa Urjii Hoteelotaa bifa haaraan hojjetamuufi
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)- Ramaddiin sadarkaa Urjii Hoteelotaa bifa haaraan kan hojjetamu ta’uu Ministeerri Tuuriizimii beeksise.
Fulbaanarraa eegaluun sadarkaan urjii kanaan…
Pirojektii “Nekemte Steel Processing Plant” itti fufsiisuuf waliigalteen mallatta’e
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)- Gareen Itiyoo-Injiinariingi fi Dhaabbanni Xaaliyaan’i Daaneelii Pirojektii “Nekemte Steel Processing Plant” jijjiramaan duraa addan cite ture itti…
Rakkoo jijjiirama qabeenya qilleensaa waarinaan furuuf deebii qabatamaa hojiirra oolchuu akka…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Rakkoo jijjiirama qabeenya qilleensaa waarinaan furuuf deebii qabatamaa hojiirra oolchuu akka barbaachisu amanti jechuun Ministirri Muummee Ittaanaa Obbo…
Yuunivarsiitiin Booranaa yeroo jalqabaaf barattoota barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Booranaa yeroo jalqabaaf barattoota 135 muummeewwan garaagaraatiin barsiisaa ture har’a eebbisiise.
Sirna eebbichaarratti…
Konfiraansiin Biyyaaleessaa Abbootii Amantaalee fi Hoggantoota Olaanoo gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)- Konfiraansiin Biyyaaleessaa Abbootii Amantaalee fi Hoggantoota Olaanoo Mootummaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Konfiraansichi…
Obbo Ahimad Shideen buufata Dooraalee daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Jibuutiitti sochii daldala hundagaleessaa Buufata Dooraalee daawwataniiru.
Obbo Ahimad Shideen…
DhMG dubartoota sababa walitti bu’iinsaan miidhaman deeggarsa qaqqabsiisuuf kan hojjetu ta’uu ibse
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Itiyoophiyaatti sababa walitti bu’iinsaan dubartoota miidhamaniif deeggarsa dhaqabsiisuuf hojii hordoffii waloon…
Obbo Tamasgeen Xirunaan hoggantoota damee qonnaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xiruun hoggantoota damee qonnaa Mootummaa Federaalaa fi naannolee waliin mari’ataniiru.…
Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Yugaandaatti daawwannaa hojii taasisaa jiru
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Yugaandaatti daawwannaa hojii taasiisaa jiru.
Fiildi Maarshaal…