Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waltajjiin Faanaa paartilee Siyaasaa hundaaf Carraa kan kennee dha – Paartilee Siyaasaa
Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC)- Waltajjiin Faanaa paartilee Siyaasaa hundaaf Carraa kan kennee dha jedhan Paartileen Siyaasaa.
Faanaa Miidiyaa Korpooreeshin Filannoo Waliigalaa…
Magaalonni keenya qonnaan bulaa liqimsuu dhaabanii, qonnaan bulaa hammachuun, dinagdee waliinii ni…
Finfinnee, Guraandhala 18, 2018( FMC)- Magaalonni keenya qonnaan bulaa liqimsuu dhaabanii, qonnaan bulaa hammachuun, dinagdee waliinii ni ijaaru jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Pireezidaanti Taayyeen Pireezidaantii Israa’el waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 18, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Israa’el Ayizaak Heerzoog waliin mari’ataniiru.
Pireezidaanti Taayyeen gama Miidiyaa…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Israa’el waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 18, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Israa'el Ayizaak Heerzoog waliin mari'ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa…
Pireezidaantiin Israa’el Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 18, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin Israa’el Ayizaak Heerzoog Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen gama…
Oromiyaatti qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa karaa oonlaayinii kennuuf ….
Finfinnee, Guraandhala 18 , 2018 (FMC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa guutummaatti karaa oonlaayinii kennuuf qophiin taasifamaa jira jedhe.…
Pirezidaantiin Israa’el Ayizaak Herzoog Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 18, 2018 (FMC)- Pirezidaantiin Israa'el Ayizaak Herzoog daawwanna hojiif Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi wayita buufata xiyyaaraa Boolee Idil Addunyaa gahan…
Pirojektii lammiilee gara oomishtummaatti ceesise…
Finfinnee, Guraandhala 17, 2018(FMC)- Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Pirojektiin Seeftiineetiifi Hojii Misoomaa Magaalotaa lammiilee gara oomishtummaatti ceesiseera jedhe.…
Guyyaan hundeeffama duultoota addaa waggaa 65ffaan akka milkaa’u qaamolee gahee qabaniif beekamtiin…
Finfinnee, Guraandhala 17, 2018 (FMC) –Kabajni guyyaa hundeeffama ajaja duultoota addaa waggaa 65ffaan akka milkaa’u qaamolee gahee qabaniif beekamtiin kennameera.
Ajajichi waggoottan…
Nageenyummaa fi Haqa qabeessummaa filannoo mirkaneessuuf gahee keenya ni baana – Miseensota Caffee
Finfinnee, Guraandhala 17, 2018 (FMC) – Nageenyummaa fi Haqa qabeessummaa filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa milkaneessuuf gahee keenya ni baana jedhan Miseensonni Caffee Oromiyaa.…