Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mariin biyyaalessaa rakkoolee Itiyoophiyaa irratti furmaata Itiyoophiyaanotaa kan qopheessu dha –…
Finfinnee, Hagayya 3, 2018 (FMC) – Mariin biyyaalessaa Itiyoophiyaa rakkoolee biyyattii yeroo dheeraaf turaniif furmaata waaraa kan ta’e, furmaata Itiyoophiyaanotaa qopheessuuf carraa kan…
Eebbi dubartoota “Lanagewa” cabiinsa magaalattii barootaaf ture suphuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Hagayya 3, 2018 (FMC) – Finfinneen magaalaa haqni hawaasummaa keessatti mirkanaa’e, cabiinsawwan waggoota dheeraaf turan itti suphaman gochuuf hojiiwwan hojjetamaa jiran…
Mariin Biyyaalessaa nagaa waaraaf bu’uura kan kaa’uu dha – Mari’attoota
Finfinnee, Hagayya 3, 2018 (FMC) – Mariin Biyyaalessaa bu’uura nagaa waaraa kan kaa’u ta’uu bakka bu’oonni hawaasa diyaaspooraa fi dhaabbilee hawaasa sivilii maricha irratti hirmaatan…
Waggoota shanan dhufanitti nageenyaafi olaantummaa seeraa kabajchiisuu fi wabii nyaataa…
Finfinnee, Hagayya 3, 2018(FMC) - Paartiin badhaadhinaa filannoo marsaa 7ffaan injifachuun isaa mirkanaa'e waggoota itti aanan shananitti imaanaa uummanni itti kenne kabajuun nagaa fi…
Filannichi aangoo siyaasaa humnaan qabchuun akka hindanda’amne uummanni ergaq kan ittiin…
Finfinnee, Hagayya 2, 2018(FMC) - Filannoon waliigalaa 7ffaa darbe aangoon karaa nagaa fi diimokiraasiin alatti humnaan qabchuun akka akka hin danda'amne uummanni ergaa kan ittiin dabarse…
Seenessi biyya kanaa gostokkee ture- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 2, 2018 (FMC)- Seenessi Itiyoophiyaa baroota darban gostokkee ture jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Dhimmoota…
Itiyoophiyaa keessatti dirreen diimookiraasii babal’atee jira- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 2, 2018( FMC)- Itiyoophiyaa keessatti dirreen diimookiraasii babal’atee jira jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Maddi falaasama Ida’amuu Sirna Gadaati- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 2, 2018( FMC)- Maddi falaasama Ida’amuu Sirna Gadaati jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad falaasamni Ida’amuu…
Warri Oromoon abbaa dabareeti jedhanis warri Oromoon waan isaaf malu hin arganne jedhanis yaada…
Finfinnee, Hagayya 2, 2018( FMC)- Warri Oromoon abbaa dabareeti jedhanis warri Oromoon waan isaaf malu hin arganne jedhanis yaada siyaasaa gahaa hin qaban jedhan Ministirri Muummee Dooktar…
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad waa’ee qabsoo uummata Oromoo irratti qabxiiwwan ijoo…
Qabsoon uummata Oromoo jaarraa tokkoo ol kan ture ta’us, saffisa barbaadameen injifannoo osoo hin fidin kan tureef sababonni ijoo afur jiraachuu Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.
Sababni…